4/10/2017 Humni gita bittaa Wayyaanee TLF Shira ummatoota walitti buusuu jalqabe cimsee kan itti fufe yoo ta’u, akkuma baha Oromiyaan uummata naannoo sumaalee fakkaatee uummata Oromoo lafarraa buqqaasaa ture Lixa Oromiyaanis hojii isaa itti fufuu qophii xumuruun isaa sabaa himaaleef gaabaasalee garaagaraan ifa ta’aa tureera. Humni waraanaa Wayyaanee noonnoolee Oromiyaa daangessan maraag meeshaa waraanaa hiruu irratti argama. Continue reading
Category Archives: Oduu/News
Qeerramsoon Magaalaa Hidhabu Abotee Diddaa Gabroomfataa TPLF Akkanatti Itti Fufanii Jiru.
Aside
Qabsaawoti Qeerroo Bulee Horaa Akkanatti Jiru.
Aside
FXG Itti Fufee,Goototi Qeerroo Bilisummaa Magaalaa Roobee ( Baale) Akkanatti Jiru.
Aside
HAMBAA BARDHEENGADDAA
Aside
Waggaa darbe ‘lafti nagaadha’ jedhee mana kiyyaa uffata aadaan faayamee ba’ee ture. Yeroon imala koo xumuree Ardaa Irreechaa gahetti, waantin arge kanan yaade hin turre; kanan tasa argee hin beekne ture. Innis, xiyyaarota lakkoofsa hinqabne, kan mataarraa nu marsitee oliif gad deeddeebitu argaa turre. Yeroo sanatti, huursaa xiyyaarotaa hinsodanne; deemsaakoos ittin fufe. Adeemsa dheeraa booda naannoo hora Harsadii geenye.
Dhukaasa Imimmaanessaa
Malkaan Harsadii ummata Oromoo guutamee jira; obbolaakoo sadii fi anis ummata Oromoo lakkofsaa hedduutti makamne. Ardaan Ayyaana Irreechaas nutti urgaa’e. Garuu, urgaan ayyaanaa kun hin turre. Nuti achi geenyee turtii daqiiqaa muraasa booda dhukaasnii fi boombiin ija nam gubu waltajjii duubaan nutti dhuukasamuu jalqabe; aarrii dhukaasaas nu dhuunfate. Continue reading
SBO: Onkoloolessan4 bara 2017. Oduu, Yaada Hirmaataa Ayyaana Irreechaa bara 2017 Obboo Tolaa Reebuu fi Qophii Irreecha Baranaarratti Fuuleffate Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa..
Aside
SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo, Onkoloolessa 3, 2017
Aside
“QABSOON OROMOO” NI TIIFEE MALEE HIN ROOBNEE !!!
Aside
Picture from Bishoftu – Irreecha 2017
Qabsoon nuuti amma itti seennee jirru, eegee qeerransaa hin qabanii….isa jedhaniin tokko. Kana booda, Milkaa’uuf wareegamni nu gaafatu, yoo duubatti deebineef wareegama nu gaafatu gonkumaa hin caaluu. Bakka amma irra jirru irraa duubatti deebinaan, of awwaallee, awwaala keenya irratti diinni akka sirbuu hayyamuudha. Sochiin gama hundaa itti seenamee jiru gonkumaa laafachuu fi lafarrallee harkifachuu hin qabu. Diina afuura kutuu barbaachisa. Gama hundaan irratti hojjatanii diina mogolee buusuudhaa. Haalli ammaan tana keessa jirrun gonkumaa dagamuu hin qabnuu. Bilisummaa saba keenyaa fi walabummaa Oromiyaa barbaanna taanaan, kanarra hojjachuu nu barbaachisa.wal gargaarsaa fi wal tumsuun har’aa argaa jirru, Continue reading
Tokkummaa fi Bilchina Irreecha 2017 Irratti Agarsiisne Bilisummaa Keenyaaf Haa Oolchinu
Aside
(Ijoo Dubbii ABO) — Diinni waloo nuti (Oromoon) akka Sabaatti qab -nu humna weerartuu alagaa kan afaan qawweetiin biyya teenya (Oromiyaa) dhuunfatee mirga biyya teenya irratti abboomuu (Walabummaa) nu sarbee dha. Humnoota weerartuu alagaa dhufaa-dabraan yeroo gara Jaarraa tokkoo fi walakkaatti dhihaatuuf Oromiyaa irratti wal jijjiiraa har’a gahan keessaa tokko kan tahe murni Wayyaanee (TPLF) kanneen isa dura turan hunda irraa haala adda taheen Saba keenya Oromoo addatti baasee akka diina innikkaatti ramaduudhaan gochaan diinummaa irratti raaw’achaa turee fi jiru kan yoom illee seenaan hin dagannee dha. Diinummaa Oromoo Wayyaaneen labsatee waggaa 26f itti jiru ABO Ummata Oromoo hubachiisuu irraa yeroon itti haara galfate hin jiru. Continue reading
“Chawo Chawo Wayyaanee” Gadaa Xumura Gabrummaa Mirkaneessuuf Jecha Qeerroon Wayyaanee Chaawo Jechuun Dhadatan.
Aside