Category Archives: Oduu/News
Hubachiisaa Gabaabduufi Murteessituu Hooggana Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa!!
Aside
OromoRevolution Alaabaa ABO lafa kaa’aan lafa nama hin keessisu, qabadhaan nama hin qabachiisu Kaayyoofi Akeekaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo Ilaalcha Siyaasaa (Ideology) Uummatni Oromoo Waliigalatti hordofuufi itti amanutu nama qabachiisa!!. Continue reading
Simannaa Alaabaa ABO/Oromoo Magaalaa Buraayyuu
Aside
“ABOn dhufee as oolee” Qeerroon Bilisummaa Buraayyu dachii biyya abbaa isaanii keessa garmaamaa ABO faarsaa oolan
Aside
Burraayyuu Keessatti Guyyaa Kaleessaa Irreecha Malkaa Ateetee irratti Qeerroon Yeroo Alaabaa ABO Simatu
Aside
EEBBAA WAAQWAYYAA **ALAABAATU IFEE** NEW OROMO MUSIC 2017
Aside
Daa’iman Oromoo Ibidaan Gubuun Cubbuu Dhiifatama hin qabne dha.
Aside
Damee Booruu Irraa
Bultii sadan darban kana keessa daa’imaan Oromoo sadiin biyya Somaleland jedhamu keessatti akka ibidaan gubatan burqa oduu adda addaa tamsa’aa jira. Utuu biyyi lamaan waraana irra jiraatanii illee daa’imaan waan waraana keessaa qooda in fudhannee humni daa’ima miidhu abbaaramuu fi seera biyya lafaa duratti itti gaafatama qaba. Bakka waraanni hin jirretti ilmaan Oromoo waan tahaniif qofa ibidaan gubamuun abbarsaa fi balaalefanaan bira darbamuu kan hin danda’amne cubbuu guddaa dha. Warri hojii sukkannessaa fi hojii gadadoo hojjetan kun seera biyya lafaa duratti dhiyyaachuu qabu. Continue reading