Onkololessa 12/2017 Lixa Shaggar #Magaalaa_GudarittiSochiin Warraaqsa FXG gootota Qeerroo dargaggoota Oromoo,barattoota Oromoofi Uummataa Oromoo haala adda ta’een kan hirmaachiseen gaggeeffame. Qeerroo dargaggootni Oromoofi uummaatni Alabaa ABO faajjii qabsoo bilisummaa Oromoo qabachuun daadannoowwaan hedduu dhageesisan. Continue reading
Category Archives: Oduu/News
Onkololessa 12/2017 Godina Lixa Shaggar Magaalaa Baabbichatti Sochiin Warraaqsa FXG bifa kanaan gaggeeffame.
Aside
Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Onkoloolessa 11,2017
Aside
Sochiin Warraaqsa Biyyoolessa Oromiyaa ykn Fincilli Xummura Gabrummaa (FXG) Uummata Oromoo Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo
Yakka Waraanaa guyyaa har’aa ajajabmootummaan abbaa irree Wayyaaneetiin uummata Oromoo mirga isaaf falmachaa jirun Oromiyaa Arsii Lixaa Shaashamanneefi Oromiyaa Bahaa Harargee keessatti wareegamaniifi madoo ta’aniif gadda guddaatu nutti dhagaahama. Waraanni Wayyaanee ergama diinummaa Ummata Oromoo irratti rawwachaa jirtan gaafatama seeraafi seenaa jalaa bahuu hin dandeessan.
Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sochii Warraaqsa biyyoolessa Oromiyaa bifa ijaarameefi qindoomina qabuun Ebla 15 bara 2011 irraa egaluun sochii guddaa taasifamaa hanga 2014 itti iraa jalaan injifatnoon uldhisaa as gahame,bara 2014 irraa kaasee ganna sadii (3)f itti fufinsaan uummata keenya hirirsisuun falmannee falmachiisaa diina kufaatii isa xummuraa irraan kan geenyee jirru ta’uun beekamaadha. Qabsoo hadhooftuu Uummata keenya waliin ta’uun wareegama qaalii kanfaluun falmaa Bilisummaafi walabummaa biyya keenya Oromiyaaf Continue reading
“Har’aa Kaasee Alaabaan Keenya Oromiyaa Irratti Ni Bala’li’a” Dhadannoo Qeerroo!!
Aside
More Video….
Shashammanneen Akkasitti Oole.
Aside
Qeerroon Gincii Kaassitti Jiru.
Aside
Gootota Qeerroo Godina Baalee Magaalaa Gaasaraa, FXG
Aside
AMBO- Qeerroon Bilisummaa Magaalaa Amboo Keessatti Alaabaa ABOn Faayamanii FXG Guddaa Deemsisaa Jiru.
Aside
Qeerroo GodinaWallaaggaa Aanaa Jimma Horroo magalaa Nuunnuu
Aside


