Godina Wallaggaa Magaalaa Babboo Keessatti Har’as Akkasitti Jirra!!

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor

Image may contain: one or more people, crowd, sky and outdoor

 

Magaalaan Gudar Guyyaa Har’aa FXG Gaggeessuun ABO Faarsaa Oolan.

Aside

Image may contain: 5 people, textOnkololessa 12/2017 Lixa Shaggar #Magaalaa_GudarittiSochiin Warraaqsa FXG gootota Qeerroo dargaggoota Oromoo,barattoota Oromoofi Uummataa Oromoo haala adda ta’een kan hirmaachiseen gaggeeffame. Qeerroo dargaggootni Oromoofi uummaatni Alabaa ABO faajjii qabsoo bilisummaa Oromoo qabachuun daadannoowwaan hedduu dhageesisan. Continue reading

Onkololessa 12/2017 Godina Lixa Shaggar Magaalaa Baabbichatti Sochiin Warraaqsa FXG bifa kanaan gaggeeffame.

Aside

Image may contain: one or more people, crowd, sky and outdoor Continue reading

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo,Onkoloolessa 11,2017

Aside

Sochiin Warraaqsa Biyyoolessa Oromiyaa ykn Fincilli Xummura Gabrummaa (FXG) Uummata Oromoo Ilaalchisee Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Yakka Waraanaa guyyaa har’aa ajajabmootummaan abbaa irree Wayyaaneetiin uummata Oromoo mirga isaaf falmachaa jirun Oromiyaa Arsii Lixaa Shaashamanneefi Oromiyaa Bahaa Harargee keessatti wareegamaniifi madoo ta’aniif gadda guddaatu nutti dhagaahama. Waraanni Wayyaanee ergama diinummaa Ummata Oromoo irratti rawwachaa jirtan gaafatama seeraafi seenaa jalaa bahuu hin dandeessan.

Qeerroon Bilisummaa Oromoo Sochii Warraaqsa biyyoolessa Oromiyaa bifa ijaarameefi qindoomina qabuun  Ebla 15 bara 2011 irraa egaluun sochii guddaa taasifamaa hanga 2014 itti iraa jalaan injifatnoon uldhisaa as gahame,bara 2014 irraa kaasee ganna sadii (3)f itti fufinsaan uummata keenya hirirsisuun falmannee falmachiisaa diina kufaatii isa xummuraa irraan kan geenyee jirru ta’uun beekamaadha. Qabsoo hadhooftuu Uummata keenya waliin ta’uun wareegama qaalii kanfaluun falmaa Bilisummaafi walabummaa biyya keenya Oromiyaaf Continue reading

“Har’aa Kaasee Alaabaan Keenya Oromiyaa Irratti Ni Bala’li’a” Dhadannoo Qeerroo!!

Aside

More Video….

Continue reading

Shashammanneen Akkasitti Oole.

Aside

Qeerroon Gincii Kaassitti Jiru.

Aside

Continue reading

Gootota Qeerroo Godina Baalee Magaalaa Gaasaraa, FXG

Aside

AMBO- Qeerroon Bilisummaa Magaalaa Amboo Keessatti Alaabaa ABOn Faayamanii FXG Guddaa Deemsisaa Jiru.

Aside

Qeerroo GodinaWallaaggaa Aanaa Jimma Horroo magalaa Nuunnuu

Aside

Image may contain: cloud, sky, outdoor and nature