

Category Archives: Oduu/News
ONN : GABAASA GUUTUU ODUU OOLMAA OROMIYAA 12/10/2017
Aside
FXG Lixa Shaggar Magaalaa Ejeree fi Holotaa Keessatti Deemsifamaa Jiru.
Aside
ABO! ABO!…. ABO fakkaatu laataaaa Jechuun guyyaa har’aa Qeerroon magaalaa Naqamtee keessatti mormii sadarkaa jabaa dhageesifataa oolan.
Aside
SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Onkoloolessa 12,2017
Aside
ABO, ABO fakkaatu isaanoo…. Biyyaa irraa diina oofuu…! ABO ABO fakkaatu isinoo Jechaa Qeerroon Bilisummaa Magaalaa Naqamtee FXG itti oolan
Aside
Godina Qellem Wallagaa Qeerroo Aanaa Dallee Waabaraa hundaa
Aside
Baga jela Bultii Ayyaanaa Tumaa Shanan Dallee geessan. Bara dheeraaf bakka Tumaa Shanan Dallee Aanaa Dallee Waabaraa gandaa Allee Gumaatti argamu kana humna Warraa biyyaa bulchanif shiroota gargaaran nu jela baddee ture Yeeroo amma kana qabsoo ilmaa isheen bakkii Tumaa Shanan Dallee bakkatii nuuf deebii’aa jira Ayyaanaa kan Dilbata dhuftu gaaffaa kabaajun nageenyuman Ummata keenyaf qeerroon eegamuu qaba kanaaf immoo Aadaa keenya deefachuuf akkasumas kabaajuuf bakka dhaabinii biyyaa Bulchuus ta’e dhaabni siyaasaa itti leellifamuu miti kanaaf Alaabaan bakka Ayyaanaa kanatti qabatamuu Alaabaa Abbaa Gadaa qofa ta’u qaba.Yeroo amma kana Warrii deheninetti bakkoota gargaraatti shiiraa xaxa jiru akkasumas Ayyaanaa Tumaa Shanan Dallee irratti jerii Deheninetti kun shiraa Xaxa jiru Alaabaa hedduu magaalaa akka galcha jiran Odeessaa argane jira kanaaf qeerroon ofii eegannoo guddaa gochuu qaba bakka Ayyaanaa kana irratti kan qabatamu tokkicha Alaabaa Abbaa Gadaa qofa ta’u qaba Shiiraa diinni keenyii qopheessaa jiru fashaaleesuu qabana qeerroon Aanaa Dallee Waabaraa kana hubaachun namootaa hundaa Shiiiraa mootummaa Wayyaanee karaa deheninetti ishee rawwacha jiru harkatti rukkutu qabana. Aadaa keenya Sirnii Gadaa Alaabaa qaba isaa qabana Ayyaanaa tokummaa keenyaa fi Aadaa Sirna Gadaa keenya Guddifanuu nuuf haa ta’uu. IUOF Gadaan Gadaa bilisummaatti.Godina Harargee Bookeetti Lammiileen Oromoo 3 FXG Irratti Wareegaman.Didddan Ummataas Itti Fufe.
Aside
Onkolooleessa 11/2017 Baha Oromiyaa G/H /Bahaa fi H/Lixaatti Sochiin Warraaqsa Biyyoolessaa FXG haala addaa bifa oo’aa ta’een adeemsifamee oolera. Goodina Harargee lixaa Booketti Namoonni sadii Wareeggamuun isaanii dhagahame. G/H Bahaa Faadis Aanoota Akka Miidhagaa lolaa,Mudhii lolaa fi Muluutti Ummanni gamtaadhan ka’ee Humna Weerartuu fi Goolesdituu Mootummaa waayyanee kan ta’an Liyyuu Hayilii Abdii illee fi Agaazii dhokatee daangaarran Waraana bane ofirraa qolachaa oolaniiru. LIYYUU HAYILII irraa namoota lama kan Booji’an goototni ilmaan Oromoo yeroo ammaa harka Qeerroo jiru.Lolli kuni ganama barii lafaa kan eegalee fi guyyaa guutuu itti oolee hanga halkan wal arguu hin dandeenyetti itti oolan. Kan gabaase QEERROO BILISUMMAA OROMOO onoota sanatti argamaniidha. Continue reading
SBO: Onkoloolessa 13 bara 2017. Oduu fi Qophiilee Haala Yeroo Irratti Fuulleffatan.
Aside
Godina Wallaggaa Magaalaa Babboo Keessatti Har’as Akkasitti Jirra!!
Aside

