Qeerroon Maali ?

Aside

Seenaa Gabaabduu fi Cuunfaa Achii-As-Dhufa (Chronology)
Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Bara 1992 Wayyaaneen Chaartera Mootummaa Cehumsaa keessaa ABO dhiibbatee baase
Bara 1997 ammas Wayyaanee humna waraanaa qabuu fi gargaarsa waahillan isaatiin humna WBO irra guddeessa Oromiyaa keessaa dhiibee biyya ollaa Somaaliyaatti baase.
Bara 1998 ABOn Kora Sabaa Hatattamaa geggeeffate. Korri Sabaa Hatattamaa sun adeemsa Qabsoo Bilisummaa Oromoo kan hanga yeroo sanaatti ture, jabinaa fi laafina diinota isaa, jabinaa fi laafina ofii isaa, jijjiirama haala siyaasa naannoo fi Idil-Addunyaa taasisee tarsiimoo qabsoo kan jijjiirama haala yeroo wajjin Qabsoo Bilisummaa Oromoo galmaan gahuuf dandeessisu qiyaasee hooggana haaraa filatetti dirqama kennee ka’e.  Continue reading

ከመተከል ቀሮዎች የተሰጠ መግለጫ!

Aside

የእ/ህአደግን ልብ እንኳን ሰዉ እግዝያብሔርም አያዉቀዉም

ከመተከል ቀሮዎች የተሰጠ መግለጫ!

እህአደግ ለረዥም ዘመናት ክዱት የነበሩትን በሀገራችን ሽብርተኛ እን የፖለትካ እስረኞች የሉም ብለዉ ለአለም መንግስታት  እና ዓለም አቀፍ የሰብዓዊ መብት ተሟጋች ድርጅቶች ዉ የነበሩት በአፍርካ ቀንድ ያሉትን የተለያዩ የሽብር ሃይላት ለመደምሰስ በሚል ሰበብ ከምዕራባዉያን የሚወስዱትን ከፍተኛ መጠን ያለዉን ዶላር በሀገራቸዉ ዉስጥ ያሉትን ብሄር ብሔረሰቦች ስያጋጩበት የትጋራይን ክልል ስያለሙ፣ የወያኔ ደህንነት መስርያ ቤቱንና መከላለያ ሃይል ስያደራጁና ለትግራይ ተወላጅ የወያኔ ቅጥረኞች በሃገራችን ህዝብ ስም ከምዕራባዉያን ስወስዱት የነበሩት ብድር ስያተረማምሱ የነበሩት እዉነተኛ የህዝብ ልጅ የሆኑትን የኦህደዴድና የብአዴን፣ የጋምበላና፣ የሶማሌና ሎች የኢትዮጽያ ልጆችን በማቧደን ሁለተኛ ህዊሃትን በሌሎች ድርጅቶች ዉስጥ በመፍጠር ሀገራችንን ለ26 ዓመታትና ከዚያ በላይ ሲመጣትና ስያጎሳቅሏት የኖሩ ብሔር ብሄረሰቦችን እርስበርስ ያጋጩና ከፍተኛ ደም ያፈሱ የነበሩት ብዙ ቁጥር ያላቸዉን የዪኒቨርሲ ተማርዎችን ሰልፍ በወጡበት በወያ አጋዚ ክፍለ ጦር ሰራዊትና የደህንነት ሹማምንት እራት ሲያደርጉ የነሩት ለ26 ዓመታት ሃገራዊ ስሜት የለሌላቸዉ ስለ ኢትዮጵያ አንድም ቀን  Continue reading

Godina Wallagga bahaa magaalaa Naqamtee fi naannoo ishee keessatti hidhamtoota siyyaasaaf simannaan haala akkaan ho’aa ta’een taasifame.

Aside

Amajjii 19,2018 Akka maddi oduu qeerroo magaalaa Naqamtee irraa nuuf gabaasanitti hidhamtoota magaalaa Naqamtee keessaa fi goleewwan oromiyaa cufa keessaa baatiwwan darban keessa hidhamanii turan amammoo kanneen hiikamaniif simannaan haala nama si’atuun taasifameefi jira.Akka magaalaa Naqamteettis hidhamtoota hiikaman simachuuf gootowwan qeerroon magaalichaa qeerroo yuunversiitii wallaggaa waliin walitti dabalamuun simannaa hidhamtoota siyyaasaa oromoof taasisanii jiru.Bifuma wal fakkaatuun simannaan hidhamtoota siyyaasaaf taasifame kun godinaalee Wallagga bahaa jala jiran kanneen akka Nuunnuu qumbaa,Waayyuu Xuqaa Continue reading

Ayyaana cuuphaan wal qabatee godinaalee oromiyaa cufa keessatti waraaksi biyyaalessaa fxg itti fufee jira.

Aside

Amajjii 19,2018
Yakka duguugaa sanyummaa sirni nama nyaattuu wayyaanee uummata oromoo irratti raawwachaa jiru kan nagaa isaan dhorke gootowwan qeerroon Bilisummaa oromoo guutummaa golee oromiyaa cufa keessa jiran ayyaana cuuphaa kan bara 2018 tiin wal qabsiisuun sagalee isaanii dhageessifachuu isaanii daran hammeessanii itti fufuu qeerroon gabaasee jira.Godina shawwaa lixaa magaalaa Amboo fi giincii ,akkasumas magaala walisoo dabalachuun warraaksi biyyaalessaa fxg haala akkaan ho’aa ta’een geggeeffame. Continue reading