SHIRA WAYYAANEE FI 2020

Aside

SEENAA  Y.G(2005)

Qabsoo Ummatootaa, addatti, Ummati Oromoo gama hundaan gaggeessaa jiru, wayyaanee mogolee jalaa laaffisee jira. Baatiilee 5n dabran murni Angoo Biyyattii of harkaa qabuu, akka waloottis ta’uu akka dhuunfaatti wal ga’iilee fi gamaagama gaggeessan yennaa lakkoofnuu, hangam akka raafamaa jiran nu mirkaneessa. Kana jechuun, Qabsoon Ummatootaa addatti Oromoon gaggeessaa jiru haqa qabeessa ta’ullee mirkaneessa. Wayyaaneen Ija ishee Ashaboon dhiqattee, keessa keenya ilaaluu fi of haaromsuuf jennee, wal ga’iilee gadi fageenyaan gaggeessaa jirra haa jedhan malee, wayyaaneen haala hamaa keessa jiraachuu argaa jirra. Wayyaaneen Ummataaf cinqamtee torban sadiif wal ga’ii teessii osoo ta’ee, ummatoonni maaliif mormii hanga kana jabaatu irratti gaggeessu ? wayyaaneen wal ga’iilee fi gamaagama hanga kana baayyisuun dhuguma jabiina isaanii argisiisa moo , mogoleen jalaa laafachuu mirkaneessa ? jaallatamuus jibbamuus, Qabsooni Ummatoonni guyyuu gaggeessaa jiran, wayyaanee qullaa dhaabaa jira. Wayyaaneen garuu Mormii fi gaaffii Ummatootaa kana dantaa siyaasaa ofii isheef ittiin guuttachuuf ykn itti dhimma baatee, akka bofaa biyyee arraabdee lubbuu horachuuf akka tattaafachaa jirtuu beekuun murteessaadhaa. Akkamitti ? waliin ilaalla. Continue reading

Ethnic Federalism in Ethiopia: a Blessing or a Curse !?!

Aside

By: Dejene A. Janna
(January, 2018; Bonn, Germany)
The study of federalism has attracted scholars of various fields for a long time. Federalism as an instrument of balancing the tension between universalism and particularsim has drawn more attention in pluralistic societies. After the end of the cold war era, there is a drift to reaffirmation of ethnic identity as a means of determining the public life of a society, the venture to ethnify federalism might be
regarded as a pragmatic solution, but still prone to critique.
Ethnic-federalism based on an article published by Asress Mulugeta (2017), is a governing system that had been implemented and tested in a number of countries of the world. But it has lead all of them to violent disintegration. The real reason for the failure of ethnic federalism in those countries was not economic or lack of democracy. It was simply because of the politicization and manipulation of ethnic relations by the Continue reading

Hubachiisa Gabaaba

Aside

Sochiin Warraaqsa Biyyooleessaa Oromiyaa FXG akka guutummaa Oromiyaatti kan itti fufu ta’uu yaadachiisuun/hubachiisuun qabxiilee armaan gadii irratti xiyyeeffannoo adda gochuun barbaachisaa ta’uu hubachiifna!! Magaalaan Finfinnee Sochii Warraaqsa Biyyoolessa Oromiyaa FXG amma itti adeema jirru  duula Gabaa lagachuu, uggura Geejjibaa kaa’uufi Hojii dhaabuu qabdi.
Haaluma kanaan sochiin daldalaafi geejjiibaa gara gidduugaleessaa biyyaatti Magaalaa Guddoo Oromiya  Finfinneetti godhamu kallattii arfaniin iyyuu akka gara magaalaa Finfinneetti hin seenamne bakka jirru hundaa dura haa dhaabbatnu!! uummatni Oromoo ofii dhama’ee abbootii irreefi Continue reading