[SQ, Hagayya 11,2018] Lixa Oromiyaa Baha Wallaggaa Aanaa Waamaa Hagaloo keessatti sababa gootummaa qabuuf uummata naannichaaf tajaajilli hawwaasaa guutee hinbeeku. Uummatni Leeqaa ona Waamaa keessa jiraatan baroota Xaaliyaanii keessa bakka ka’umsa warraaqsaa ta’uudhaan sochii jabaa garboonfattoota irratti taasisaa turaniiru. Gootonni hedduun Abdiisaa Aagaa, Gendaa Buushan, Buushan Mijuu fi Qana’aa Janaa dabalatee gootota akka feetararii Tasammaa Gulummaa dabalatanii gootota roorroo diduutiin qabsoo roga sanarra finiinsaa turan kanneen Baandaa Xaaliyaanii ykn Baasaastuu qadada Gonbisaa jala ka’anii gubaa turanidha. Continue reading
Author Archives: Qeerroo
SBO: Hagayya 12, 2018. Oduu, Gabaasaa Gumaacha Sabboontonni Oromoo Maandhee fi Dhuunfaan WBOf Taasisan Ilaalchisuun Qophaawee fi Gaaffii fi Deebii Dargaggoo Tamasgeen Tsaggaayee Waliin Taasifame Kutaa Xumuraa.
Aside
SQ. Hagayya 10 2018 Dhimma araaraa Adda Bilisummaa Oromoofi mootummaa Itoophiyaa gidduutti deemaa jiru irratti yaada uummataafi gaaffiifi deebii Qeerroo Bilisummaa Oromoo waliin taasifame.
Aside
‘ABO’n sagantaa siyaasaa isaa hin jijjiiru’ – Dr. Shiggux Galataa
Aside
CGTN Africa-Ethiopia initiates talks with Eritrea’s fierce opposition groups.
Aside