Gurraandhala 1,2017/ Godina Arsii Aanaa Amiinyaa Magaalaa Addeellee keessatti OPDOn karaa kaabinoota isiitin hojiin dargaggootaf uumamee dargaggoota keessan warra hojii hin qabne dhuftanii akka galmeessitan jechuun gandaa gandarra deemtee ummata goyyomsaa akka jiran Qeerroon gabaasa. Akka Qeerroon gabaasetti Wwayyaaneen dargaggoota maatin isaanii hin galmeessisin humna Qeerroo qindeessu jechuun adamsuu akka heddus dhagayameera. Asuma Godinuma kana Aanaa Heexosaa Magaalaa Abaadir keessatti basaasaa wayyaanee.dargaggoota hiisisaa fi reebicha irraan geessisaa ture. Hojjataa bulchiinsa Magaalattii kan tureefi ammas itti jiru.Muhaammad H/ Awwal jedhamu irratti ummanni naannichaa halkan kaleessaa miidhaa hamaan irra gayuun amma Hospitaala Asallaatti yaalamaa jiraachuu Qeerroon Aanichaa gabaasee jira. Continue reading
Author Archives: Qeerroo
Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Amajjii 31, 2017
Aside
SBO: Gurraandhala 1 bara 2017. Oduu, Gabaasa Sirna Kabajaa Guyyaa WBO: UK -Birminghamitti gaggeeffamee fi Qophii Haala beelaa fi rakkoo Wayyaanedhaan geessifamaa jiru ilaallatu Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.
Aside
Holistic approach is the essential part of healing the patient
Aside
Holistic approach is the essential part of healing the patient
In medical terminology holistic is a form of healing that considers the whole person body, mind, spirit, and emotions in the quest for optimal health and wellness.A holistic view means that we are interested in engaging and developing the whole person. You can think of this as different levels, physical, emotional, mental and spiritual. It’s the concept that the human being is multi-dimensional. We have conscious and unconscious aspects, rational and irrational aspects. We are a body mind. not just intellect, but emotion, instinct, intuition, as well. We support people in using all of their ‘multiple intelligence’ that means insight, rationality, logic, emotion, hunches, gut feel, creativity, a sense of harmony and rhythm. Continue reading
Wayyaaneen TPLF yeroo ammaa kanatti Oromiyaa bakkoota gara garaa keessatti milishoota gandaa walitti qabuudhaan leenjii kennuuf dirqaa jira.
Aside
Barruuleen Warraaqsaa Qeerroo Bilisummaa Godina Arsii Aanaalee Adda Addaa Keessatti Tamsa’aa Jira
Aside
Amajjii 30,2017
Godina Arsii Magaalota Seeruu,Asaasa,Nageelle, Suudee,Gobeessa, Doddotaa,Jimaata, Ashmiira, Waabee,Darrabbaa,Seerofta, Adaabbaa, Kofale,Boqojjii, Hurutaa, Minee, Balee Gasgaar keessatti Barruulen Warraaqsaa kaleef dheengadda maxxanfamaa jiru.
Kana malees Godinuma Arsii keessatti waraanni feederaalaa ganda gandaan nama 10-20 warra hojii milishaa hojjatan walitti qabee leenjii waraanaa kennaafii jira, Aanota hunda keessatti dargaggoota gurmeessjdhaan hojii uumufif yaadamees ummatuma milishaa kanaan leenjisiisee,hojiitti seensisuuf akka deemaa jirus himamaa jira
“Qeerroo Jabeessaa Saba Bilisoomsa” Artist Eebbaa Waaqwayyaan
Aside
Adeemsa “Haaromsa” Jechuun Wayyaaneen Gaggeessaa Jiru Uummanni Akkamitti Ilaalaa Jiraa?
Aside
Oduun nuti tibba darbe dhagaa’a turre dhimma haaromsa gadi fagoo kan jedhu waliin wal qabata.Haaromsi afaaniin dhudhuufan kun hacaahumsa isaanitti fiduuf waan shakkisiisu hin qabu.Haaromsa maqaa jedhuun godinota maraaf Namoota aangoo gurguddaa qaban fedaraalarraa bakka bu’anii ergamuusaanii quba qabdu jedheen abdadha.Akka dubbii jarattiitti fi maqaa jechicha sanaatti qaamota isaanii waliin hojjetan
namoota dhuunfaa hojii uummataaf dhiisanii dhimma dantaa dhuunfaa dalaganidha.Garuu uummata gowwaa se’anii kan itti afaan fajjiif deeman
ta’u bakkeewwaan hedduutti uummanni mirkaneeffate. Continue reading



