ABO, Caamsaa 3, 2021)Labsiin Farra Shorokessuummaa Mana Maree Ministeerotaatiin Dhihaate Deemsa Karaa Nagaatti Hulaa Cufuuf Kan Ta’e Jedhamee kan Bocame Dha.
ABO, Caamsaa 3, 2021)
ABO, Caamsaa 3, 2021)
keessaa buufataalee poolisii 21 irratti qorannoo taasiseen haala qabinsaafi hidhamuu hidhamtootaa kan ibse Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa, sarbamni mirga dhala namaa Lammiilee Oromiyaa irratti raawwataa akka jiru ifoomseera.Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa haala Hayyu Dureen ABO itti jiran ilaaluuf

dhorkaman.[SQ Caamsaa 5/2021]Caamsaa 3/2021 halkan walakkaa qaamonni nageenyaa PP mooraa mana jireenyaa Hayyu Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa seeraan ala cabsanii erga seenanii haga ammaatti mooraa marsanii kaan mooraa keessa jiru. Qabeenyi saamamee namoonni mooraa sana jiraatanis reebamaniiru. Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa gara mana jireenyaa Hayyu Duree deemuudhaan haala Jaal Daawud Ibsaa itti jiran hubachuu deemanii isaanis waraana PP balbalarra jiraniin dhorkamani. Mooraa mana jireenyaa Hayyu Duree haga ammaatti eenyuyyu seenuu hin dandeenye. Haalli isaan keessa jiran kan ibsu odeessi argame hin jiru.