On the Arrest of Mr. Betie Urgessa, the OLF Public Relations Officer and His Driver Mr. Wondoson Abdulkadir

OLF Press Release
The OLF has just learned that today March 20, 2021, Mr. Betie Urgessa, the OLF public relations officer, and his driver Mr. Wondoson Abdulkadir were arrested by Burayu sub-city police, Oromia Regional State. Mr. Batie was arrested while visiting colleagues unlawfully detained at Burayu sub-city police station without any trial. Like any other family members, relatives, and friends, Mr. Betie has the right to visit his imprisoned friends, and therefore, there is no legal base for the Burayu police to arrest peaceful citizens for just visiting friends.
Therefore, the OLF demands the Burayu sub-city police to immediately release Mr. Betie Urgessa, Wondoson Abdulkadir, and any unlawfully detained citizens at the station and elsewhere. Once again, we want to emphasize that it is against the country’s constitution to arrest and detain citizens without committing any crime and a court order.
Victory to the Masses
Oromo Liberation Front
Finfinnee

Miseensi Gumii Sabaa ABO Jaal Amaan Filee waggaa tokkoo oliif Kan mana murtii hin dhiyyaatiin ture

May be an image of 2 people and people standing Gumii Sabaa ABO Jaal Amaan Filee waggaa tokkoo oliif Kan mana murtii hin dhiyyaatiin ture sababa network plasma dide jedhamuun dhiyyeenya mana murtii qabda jedhamee deemus himata itti shakkame osoo hin bariin jira.
Miseensa Gumii Sabaa ABO Jaal Amaan Filee tibbana Godina Booranaa Yaaballoo irraa mana murtii qabda jedhamuun mana hidhaa itti hidhamee jiru irraa gara mana murtii deemta jedhanii plasman akka dhimma isaa hordofuuf itti himanii bakka plasman connection hin jirretti ykn hin dalagnetti geessanii guyyaa lama bitootessa 17fi 18/2021 akka taa’aa oolee gara mana hidhaatti deebi’u taasifameera .
Plasma network waan hin dalagneef beellama kee hordofuu hin dandeenye guyyaa plasman dalagu dhiyyaatta jechuun beellama isaa Ebla 6/8/2013 A.L.H beellamanii akka jiranis barameera
Kuni kanaan osoo jiruu hanga ammaatti garuu ,himatnis Jaal Amaan Filee harka akka hin geenyee fi maaliin akka mana murtii isa dhiyyeessuuf akka jiranis hin baramne.
Jaal Amaan Filee waggaa Tokko dura hogganaa Olaanaa ABO jaal Abdii Raggaasaa Mana hidhaa magaalaa Buraayyuutti gaafachuu deemanii kan qabaman yoo tahu dhimmi isaanii mana murtii kibba baha Oromiyaa magaalaa Shaashamanneetti argamutti akka dhiyyaatu Xalayaa qajeelchi poolisii magaalaa Yaaballoo Tibbana barreesseen akka dhimmi isaa isaan bira hin taanee fi imaanaa ykn adaraa isaan biratti hidhamee jiru beeksisuun isaanii ni yaadatama.
Yeroo ammaa kanas jaal Amaan Filee osoo qaamaan mana murtiitti dhiyyeessuun dandahamuu beellama qaba jechuuf qofa bakka plasman hin dalagne geessanii asiin dhimma kee hordofta jechuun dhiibbaa gama hundaan irra gaheef beellama qaba jechuuf malee himatni akka irratti hin banamne baruun dandahameera.