Aside

HIRIIRA BIRMANNAA
================
cropped-logo-qeerroo-oromiyaa3-6.jpgHogganoota ABO guyyaa har’aa hidhamaniif kannee torbee darbe keessa hidhamanif durallee qabamanii mana hiraarsaa jiran maraaf sagalee haa taanu!

Guyyaa borii Bitootessa 1 bara 2020 irraa eegaluudhaan hiriira guutuu Oromiyaatti adeemsifamee, dhaaba keenya ABO tiksuuf haa xiyyeeffatu.

Hogganoota ABO tibbana Baalee fi Arsii irraa qabaman dabalatee, kanneen har’a magaalaa Finfinnee keessaa ukkaanfamaniif ilmaan Oromoo hidhamanii jiran maraaf uummati birmatee mana hiraarasaa irraa akka hiiku gaafanna.

Aggaammiin Jaal Hundee fi waayillaan isaa irratti godina Oromiyaa Kibba Bahaatti eegale ol guddatee Waajjira ABO muummicha irraa har’a hogganoota ABO oolaanaa hidhamanii jiran.

Jaal Abdii Raggaasaa hoggana olaanaa ABO
Jaal Dr. Shuggux Galataa gorsaa hoggana olaanaa ABO
Jaal Yaddii Abdushukur hoggana olaanaa ABO
Jaal Mikaa’eel Booran hoggana olaanaa ABO
Jaal Kennasaa Ayyaanaa Hoggana gidduu ykn miseensa gumii sabaa ABO fi waardiyaa isaaniif Konkolaachisaa isaanii waliin har’a namni 8 hidhamee jira.

Torban Darbe Oromiyaa kibba Bahaatti hogganoota ABO jaal Hundee Dararaa waliin namni 3 qabamee hidhame.

Oromoon callisuun hinqabu!

Aside

Hogganootaa fi Miseensota ABO guyyaa har’aa hidhaman ilaalchisee ibsa Adda Bilisummaa Oromoo(ABO)

Image may contain: text Continue reading

Aside

The house of five OLF leaders have been surrounded by security forces.

because-i-am-oromoThe lists of these leaders are:

1. Gamtessa Boru, OLF economic advisor
2. Abdi Regassa, OLF Executive Committee member
3. Dr Shigut Geleta, OLF Advisory Head
4. Michael Boran, OLF Executive Committee member
5. Kenessa Ayana, OLF CC member.

Police is searching their houses without any legal warrant

OLF legal advisors are notified and following the developments.
We will let know our people, supporters and members on the developing story.

Continue reading