Aside

Addi Bilisummaa Oromoo jiraattota Magaalaa Finfinnee biratti akkamiin hubatama.

(SQ- Guraandhala 24/2020)

ኦነግ በፊንፊኔ ለአማርኛ ተናጋሪዎች ባደረገው ጥሪ ከተገኙት 👉እጅግ በጣም የሚደንቅ ግጥም ያቀረበች ድንቅ ሴት!!!
***ዜግነት ይቀየራል ከሀገር ስንወጣ
ዜግነት እንሰጣለን ወደ ኢትዮጵያ ለመጣ
ኦሮሞነት ደም ነው ከአጥንት የማይወጣ!!!

Aside

Haala Siyaasa biyya Ethiopia Keessaa

Kumsaa Buraayuutiin:

BarsiisotaHaalli siyaasaa amma biyya keenyaa keessatti mul’achaa jiru isa bara 1992 yeroo ABOn dhiibame Chaartera keessa ba’ee sanaa waliin lakkuudha. Inumaayyuu akka toftaatti waan galagalchi 1992 sun hojii irra oolaa jiru fakkaata: ajjeesuu, hidhuu, dorsisuun bakkayyuutti raawwachaa jira.

ABO fi KFOn lakkoobsuma miseensota isaanii du’an, hidhamanii fi reebama/tumamaa jiranii illee addaan baafachuu dadhabuu isaanii kulkulfataa jiru. Manni hidhaas dubbatootaa Afaan Oromoo irraa haara-galfii dhabde. Afaan keenyas afaan Federaalaa ta’uu manna Afaan mana hidhaa ta’ee itti fufe. Cubbuun dhufaa-darbaa kun saba keenyaaf salphina jabaa, dhaabota siyaasaa Oromoof ammoo qaanii hiriyyaa hinqabnedha. Bakka tokkotti yeroo lama sadii waraanamuun dayyusummaadha. Continue reading

Aside

ONN// ወቅታዊ//
ከፊንፊኔ እና አከባቢዋ አማርኛ ተናጋሪ የኦሮሞ ተወላጅ ጋር ኦነግ የካሄደው ዉይይት//
lmaan Oromoo Dhalattoota Magaalaa Finfinnee kanneen Afaan Oromoo hin beekne Waliin marii ABOn Gurraandhala 23.2020 taasise