Aside ” Oromiyaa Harmee Gaaffii Qabna Sirraa” Wallee Hawwisoo Qeerroo Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Sochii Qeerroo Keessatti Qooda Olaanaa Qabaataa Kanneen Turan Oromiyaa Keessaa Adamfamanii Hidhamaa Jiru. Aside Sabboontoti Oromoo Sochii Qeerroo Keessatti Qooda Olaanaa Qabaataa Kanneen Turan Oromiyaa Keessaa Adamfamanii Hidhamaa Jiru. Sochii fi Bu’uuressuu Qeerroo Bilisummaa keessatti qooda guddaa kennaa jijjirama har’a faarfamu kan argamsiisan gaggeessitooti warraaqsaa hedduun yeroo ammaa kana mana hidhaa jiru, Sirni Wayyaaneen irra deddeebi’ee hiidhuu fi miidhaa samuu,qaamaa gahaa ture. Ammas ammoo mootummaan jijjirraa dhiigaa fi wareega Qeerroon dhufeen dhaadatu Jaallan Qeerroo keessatti gahee guddaa qaban mana hidhaatti guuraa jira.Biyya Oromiyaa keessa seerri hin jiru,mootummaan biyya taliiguu fi ummata tohatu waan hin jirreef kan hidhuu fi hiisisu wallaalamee jira. Eda galgala Qeerroolee nagaan jiraatan magaalaa Finfinnee keessaa mana itti cabsuun hidhaa bakka hin beekamne geessanii jiru. Jaallan 1) Gadaa Bultii 2)Addunya Keessoo 3) Biqilaa Amanuu 4) Firoomsaa 5) Abdii Guuttataa Mana hidhaa hin beekamne waan geeffamaniif hatattamaan gadhiifamuu baatnaan mootummaa kasaare kanatti kaasaaraa hiriyyaa hin qabne akka itti dhufu mirkana!! Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...