Tuutata Hayyootaa fi Gaazexxessitoota Oromoo Jeddu Gala Mooraa Leenjii WBOtti argamaniif WBOn, simannaa ho’aa taasiseef

Aside

Waxabajjii 08, 2018; Tuutni Beektotaa fi Gaazzexeessitoota Oromoo Magaalaa Asmaraatti Konfaransii Imaammata ABO kufaatii Wayyaanee boodaa irratti  marii irra turan Giddu-gala Mooraa Leenjii WBO Yammuu Daawwatan Simannaan Ho’aan taasifamuufii maddi Qeerroo gabaaseera. Miseensota WBO Leenjii Xumurataa Jiran Waliin Sirba Warraaqsaatiin Dhiichisaa Buluu isaanii maddi keenya dabalee addeesseera.