Tuutata Hayyootaa fi Gaazexxessitoota Oromoo Jeddu Gala Mooraa Leenjii WBOtti argamaniif WBOn, simannaa ho’aa taasiseef

Aside

Waxabajjii 08, 2018; Tuutni Beektotaa fi Gaazzexeessitoota Oromoo Magaalaa Asmaraatti Konfaransii Imaammata ABO kufaatii Wayyaanee boodaa irratti  marii irra turan Giddu-gala Mooraa Leenjii WBO Yammuu Daawwatan Simannaan Ho’aan taasifamuufii maddi Qeerroo gabaaseera. Miseensota WBO Leenjii Xumurataa Jiran Waliin Sirba Warraaqsaatiin Dhiichisaa Buluu isaanii maddi keenya dabalee addeesseera.

SAGALEE QEERROO, Waxabajjii 8, 2018

Aside

SBO: Waxabajjii 08 bara 2018. Oduu, Ibsa Gaazexaa ABO Irraa Kennamee fi Konfirensii Dhimmoota Imaammataa -ABO Waxabajjii 2 – 5 bara 2018 Gaggeeffame Irratti Marii Hirmaattota Waliin Taasifame.

Aside

SAGALEE QEERROO, Waxabajjii 7, 2018

Aside

VOA, Namoota mana hidhaa keessatti dhiisanii ba’uu mannaa, Achuma keessa turanii wal Jajjabeessuu wayya; Darajjee Margaa Dabaloo

Aside

https://www.voaafaanoromoo.com/a/4429020.html