Jal-Bultii Ayyaana Irreessaan Wal qabatee Sochiin Wayyaanee Maal Fakkaataa Ture?

Aside

Ayyaanota Biyyatti keessatti kabajaman gurguddoon, ayyaana  Arafaa, Ayyaana Qillee, Chambalaalaa, Masqala dabalatee ayyaanota gurguddoo biyya impaayera Ethiopia keessaa tokkodha. Ayyaanonni kunneen akka amantaa amantaa mataasaanitti gartuu mootummaaf qaama mootummaa tokkoon utuu hindoorsifamin kabajamanii darbu. Ayyaanni kun hordoftoota amantaaf duudhaa sanaan bifa gammachuu ho’aa qabuu kabajamu. Keessaattuu ayyaanota sanyiin habashaa kabajan uummanni keenya gargaaree isaan faana bu’uun kabajee miidhaksa. Ayyaanota halagaa haalaan ba’ee bifa ollummaan gargaaree kabajuun Oromoo akka jirutti ta’ee ayyaanota Oromoo gargaaraanii kabajuunillee isa guddaadhaa dhavamiinsa isaaf aggaammiin halagaan darbatu, kanan dhaga’erran ijaan arguutti jira.

Continue reading

SBO: Onkoloolessa 1 bara 2017. Oduu, Saamicha Godina Jimmaatti gaggeeffamaa jirturratti yaada jiraataan naannichaa SBOf laate fi Qophii Haala Yeroo Irratti Fuuleffate.

Aside

“Jarri Silaa” Artist Itti Tuqi Tafarii

Aside