SBO: Hagayya 9 bara 2017. Oduu, Ibsa Qeerroo Bilisummaa irraa kannamee fi Gaaffii fi Deebii ogeessa diinagdee Obboo A/Maccaa A/Qalbii waliin taasifame -Kutaa 3ffaa Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa. Posted on August 9, 2017 by Qeerroo Reply Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Arsii Magaalota Hedduu Keessatti Daldaltoonni Manneen Daldalaa Cufuun Diddaa Sirna Wayyaanee Deemsisaa Jiru. Aside Hagayya 09,2017/ Godina Arsii Magaalota hedduu keessatti Daldaltoonni Sabaan Oromoo ta’an hundi lagannaa gabaatti makamuun manneen hojii isaanii cufanii kan jiran yoo ta’uu Daldaltoonni saba biraa hojii hojjachaa jiru.kanas yoo gaafataman mootummaati akka nuti lagannaa gabaafi hiriira Oromiyaa keessatti gaggeeffamu irratti hin hirmaanne yoo hirmaattanii argamtan qabeenyi keessan saamamee Oromiyaa keessaa buqqaatanii gara Naannoo keessaniitti harka keessan qullaa gaggeeffamtu jechuun nu doorsise jechuun dubbataa kan jiran yoo ta’uu Wanti akkasii akka isin irratti hin raawwatamne nutuu itti gaafatama Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...