Caamsaa 29,2017/ Kanneen maqaan isaan armaan gaditti woraqaa fuula duraa irratti tuqamee Himataamtoota Qeerroo Aanaa Dodolaa Magaala Eddoo yoo tahan, kanneen fuula lammaaffaa irratti agartaan ammoo warraa faaydaan Xiqqoon sobamaani Qeerroo irratti ragaa bahuuf dhihaatanii dha. Abbaan Alaangaa Aanaa Dodolaa Himannaa Qeerroo Eddoo irratti banee immoo Tasfaye Dheekkoo jedhama.
Worroonni ragaa baana jettaani faayda xiqqoon bitaamtanis gochaa jibbisisaa fi Amala ammaan dura Eddoon ittiin hin beekmne maqa xureessummaa fi maqa balleessumma akkasii irraa of eega isiniin jenna.Eddoo biyyaa Afaan tokkoo, karoora tokkoo, kaayyoo tokkon, waliin duuluu, fi waliif duuluun beekamtu murnii xiqqoo faayda xiqqoo ragaa baataani boruu seenaa fi ummannii eddoos isin gafataa irraa dhabbaadha isiniin Jenna. Abbaan Alangaa obbo Tasfaye Dheekkofis kanumaa dhaamna.” Continue reading

Caamsaa 30,2017/ Godina Wallagga aanaa Waayyuu Xuqaa fi naannoo ishee keessatti koloneeffataan Wayyaanee uummata irraa xaa’oo kutuudhaan uummata naannichaa rakkoo beelaaf saaxilaa akka jiru himame.
Caamsaa 29,2017/ Godina Wallaggaa Anaallee NaaJjoo, Jaarsoo fi Baaboo Gambeel irraa ibsan erga badee guyyootaa 4 dabarsee jira. Uummannii anaallee kaneennii hedduu rakkacha kan jiran yoo motummaan afaaniin misoomaa labbsuu bishaan Oromiyaa keessa ba’uun illee uummataa isa Ibsa ga’a ta’ee kennefi gargara hin jiru haati Iyyeessaa anallee kaneennii miidhaan nyaatan ilee bakka itti dakkataan dhabbanii rakkinnaa guddaa keessa jiru.