Caamsaa 29,2017/ Kanneen maqaan isaan armaan gaditti woraqaa fuula duraa irratti tuqamee Himataamtoota Qeerroo Aanaa Dodolaa Magaala Eddoo yoo tahan, kanneen fuula lammaaffaa irratti agartaan ammoo warraa faaydaan Xiqqoon sobamaani Qeerroo irratti ragaa bahuuf dhihaatanii dha. Abbaan Alaangaa Aanaa Dodolaa Himannaa Qeerroo Eddoo irratti banee immoo Tasfaye Dheekkoo jedhama.
Worroonni ragaa baana jettaani faayda xiqqoon bitaamtanis gochaa jibbisisaa fi Amala ammaan dura Eddoon ittiin hin beekmne maqa xureessummaa fi maqa balleessumma akkasii irraa of eega isiniin jenna.Eddoo biyyaa Afaan tokkoo, karoora tokkoo, kaayyoo tokkon, waliin duuluu, fi waliif duuluun beekamtu murnii xiqqoo faayda xiqqoo ragaa baataani boruu seenaa fi ummannii eddoos isin gafataa irraa dhabbaadha isiniin Jenna. Abbaan Alangaa obbo Tasfaye Dheekkofis kanumaa dhaamna.”