Raadiyoo Simbirtuu Qophii Caamsaa 25,2017 Aside Simbirtuu: oduufi qophii IMALAA. Keessummootni lama haalaafi amala HD ABOobbo Daawud Ibsaa ijoolummaarraa kaasee hanga lltummaa Eritrea demanii leenjihanii dirree seenaniitti kan beekan himu.Seenaa namoota hedduus ni tuttuqu.Akkatti Dr Nagaasoo Gidaadaa ABO keessaa bahanifii gahee Dr Haayilee Fidaa QUBEE UUMUU keessatti qaban eeraniiru caqasaa. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qeerroon Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Asaasaatti FXG Itti Fufan. Aside Caamsaa 24,2017/ Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Asaasaatti Gareen Ispoortii Bulchiinsa magaalaa Asaasaa Shaampiyoonaa liigii kilaboota Oromiyaa ta’uun gara liigii biyyoolessaatti darbee jira.kanumaan wal qabatee Qeerroon Dargaggoonni Oromoo Daandii Magaalattii guutudhaan NI MOONA TOKKUMMAAN NI MOONA YOOMUMAA NIMOONA TOKKUMMAN ENSHUSHEEN DAANGAA OROMOO LIXXU IRRA IJJATTEE MORMA ISHEEN KUTTUU jechaa ooluu maddeen keenya magaalaa Asaasaa irraa gabaasanii jiru. Continue reading → Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...