Godina Arsii Magaalota Gara Garaa Keessatti Waraanni TPLF Ummata Dararuun Hammachaa Deeme.

Aside

Ebla 21,2017

Godina Arsii Magaalota gara garaa keessatti waraanni mootummaan Wayyaanee TPLF bobbaafte karaa hundaan ummata nagayaa hiraarsuu itti fufee jira.Ebla 20/2017 Godina Arsii Aanaa Roobee Magaalaa Saddiiqaa keessatti waraanni feederaalaa halkaniin Hoteela Abbaan qabeenyaa Caalaa Guutamaa jedhamu seenudhaan ummata nagayaarratti reebicha hamaa raawwachuudhaan namoota lakkoofsi isaanii hedduus mana hidhaatitti guuruun dhagayamee jira,karaa biraatiin Abbaa Qabeenyaa kana jalaa maallaqaa Qarshii kuma kudha sagal 19000 saamuun abbaa qabeenyaa kanarraanis miidhaa gayuun isaanii gabaafamee jira.

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Ebla 21, 2017

Aside

Aside

Image may contain: 2 people, people standing and outdoor Continue reading

SQ- Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Ebla 20, 2017/ Ijoo Dubbii Qeerroo Kutaa 2ffaa

Aside

SBO Ebla 21,2017. Oduu, Gabaasa sirna kabajaa GGO fi gaaffii fi deebii hirmaataa kora kutaa ABO Kanadaa waliin taasisame

Aside

Oromiyaa Keessatti Labsiin Muddamaa Erga Labsamee Asitti Hawwaasi Bitee Gurguruun Hammaataa Jira.

Aside

Ebila 20,2017
Oromiyaa keessatti dararaa hamaan uummata Oromoorra jiraachuu eenyullee kan beeku yoo ta’u. Daraaraan kuna akkaan hammaataa dhufuusaas yeroo gara yerootti gabaafamaa kan jirudha. Duullii diinni Uummata Oroomoorratti banee jiru kun ittuu kan hidda fagaaffatee jiru ta’uun, qote bulaan, daldalaan, barataan balaa kanaan hedduu miidhamaa jira. Keessattu erga labsii kana labsitee asitti uummata Oromoo qabeenyaa qabaachuu isaaf Oromoo ta’uusaa qofaaf hidhuun reebuun waan baratamedha. Continue reading

Aside

Continue reading

Al Jazeera English- Hundreds of civilians have been killed during violence in Ethiopia since August 2016.

Aside

Aside

Image may contain: 3 people

Sagantaa Mijuu Seenaa, Oromoo TV- Dr,Shugux Galataa Waliin

Aside