Aside

Displaying Beeksisa.jpg

Godina Arsii lixaa Magaalaa Qoree Keessaa Barrattooti Manneen Barnoota Sadarkaa 1ffaa Irraa Hidhamaa Jiru.

Aside

Ebla 26,2017 /Godina Arsii lixaa Magaalaa Qoree keessaa barattoonni qabamanii mana hidhaatitti darbatamaa jiru.Tibbana barattoonni uffata wayyaaneen ummataaf raabsite kan duubaan barruu HAAROMSA GADI FAGEENYAA jedhu dallaa fi bakkoota gara garaatti fannifamanii turan kanneen barattoota kanneentu fannise shakkii jedhuun barattoota nagayaa hidhaa jira. Continue reading

Oromo Music Video – Bilisummaa Dance Group

Aside

http://www.youtube.com/watch?v=tpfDOD1DIXA

Godina Arsii Magaalota Adda Addaa Keessaa Dargaggoota Sossobachuuf Jecha Wayyaaneen TPLF Maallaqa Raabsaa Jira.

Aside

Godina Arsii Magaalota Adda addaa keessatti mootummaan gabroomfataa Wayyaanee TPLF durfamtu Dargaggoota Oromoo Sossobachuu cimsee jira.Ebla 24/2017 Godina Arsii Magaalaa Asallaa keessatti Maqaa Ayyaana waggaa 6ffaa hidha haaromsaa jedhuun Dargaggoota walitti qabdee itti kijibaa oolte.Dargaggoonni Qeerroon Oromoo wal gahicharratti Argamanis gaafilee haala yeroo ammaa ummanni Oromoo keessa jiru ilaallatan itti roobsuun afaan qabachiise.

Nuti rakkoo bishaanii osoo hintaane Rakkoo gabrummaattu nutti jira.isin warri OPDO gaaffii ummata Oromoo deebisuu hin dandeettan.Erga biyya bulchaa jiraattanii waraana Tigreen nurratti bobbaafte nurraa yaasuu maaf dadhabdan? Ummata Oromoo mana hidhaatitti dararamaa jiru maaf hidhaadhas hin yaafne?daangaa Oromiyaa kabajsiisuu maaf dadhabdan? Continue reading

Kaampaalaa: Waldaan Baqattoota Oromoo fi Hawaasni Oromoo Biyya Ugaandaa jiraatan, Guyyaa yaadannoo Gootoota

Aside

April 24, 2017 Waldaan Baqattoota Oromoo fi Hawaasni Oromoo Biyya Ugaandaa jiraatan, Guyyaa yaadannoo  Gootoota Walabummaa Oromiyaa fi Bilisummaa  Oromoof  wareegamanii  Ebila 23, 2017  magaalaa   kaampaalaatti kabajatanii  oolan.
Abbaa Seenaa tiin Continue reading

Must listen to – Raya Abadura Abagaro Show

Aside

Maqa Qabsawoota Oromoo akka hin taneeti Kasuun naa dhukubsaa Raya Abadura Abagaro

Waraanni TPLF Kan Ijaare Hidhattooti Affaar Daangaa Oromoo Ce’uun Lammiilee Oromoo Irratti Miidhaa Gessisaa Jiraachuun Beekame.

Aside

Ebla 24_2017
Godina Walloo aanaa Baateetti guyyaa hardhaa oromoo walloo  fi uummata Affar  waliin karoora  daangaa babballifachuu  uummanni Affaar lafa Oromoo ykn daangaa Oromoo ce’uun lammiilee Oromoo irratti  dhukaasa uummata keenya naannoo baateerratti baneen uummata keenya hedduu midhaaman namoonni miidhaman yeroo ammaa hospitaala baateetti yaalama jiru jedha gabaasni Qeerroon baate.
Manneen jireenyaa, qabeenyaa fi bosona naannoo sanaa  abiddaan mancaasaa akka jiran gabaasni nugahe nidhaddeessa.Gochaan kun humna  wayyaanee liyyuu poolisiin jeettee uummata somaalee uummata keenya  harargeerratti bobbaaste gama Walloon baateenis uummata affaar kaasuun umrii dheereffachuuf gootudha.tooftaa kana namuu beekuu qaba.