SBO Ebla 23,2017. Oduu, Ibsa ABO fi Gaaffii fi deebii J/Soorii Sinyoor waliin godhame

Aside

Aside

Ebla 20/2017) Gidduugaleessaa Oromiyaa Godina Lixa Shaggar Aanaa Dandii Magaalaa Giincii fi naannoo isheetti Ebli 15 Guyyaan Gootota Oromoo Qeerroo dargaggoota Oromoo , Sabboontota Oromoofi Qabsaa’ota Oromoo baadiyyaa fi Magaalaa jiraataniin bifa ho’aa ta’een kabajame. Kaayyoo Gootota Oromoo daran tarkaanfachiisuun Qabsoo Bilisummaa Oromoo galiin gahuuf irbuu isaanis haaromsatan.Β 

Continue reading