Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Amajjii 20, 2017

Aside

ONN: Liyyuu Police and its history – Is it another dimension of Agazi?

Aside

https://youtu.be/s1iKzu2nPbE

Simbirtuu: Oduufi qophii IMALAA miseensa GS-ABO fi Seife Nebelbal Radio

Aside

Continue reading

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Amajjii 19, 2017

Aside

GODINA WALLAGGA BAHAA JALA JIRAN KEESSAA WAYYAANEEN KAABINOOTA ISAATTI GARAGALUUN HIDHAA JIRAACHUUN HIMAME.

Aside

Amajjii 19,2017
Godina Wallagga bahaa magaalota kanneen akka kiiramuu,Giddaa ayyaanaa ,Limmuu galiilaa,Nuunnuu qumbaa,Hadaree,Shaambuu, fi Ebantuu keessatti ,hojjettoinni waajjira mootummaa wayyaanee keessa ta,anii uummata oromoo godinoota kanneen keessa jiraatan gidirsaa fi doorsisaa turan  ofuma saaniifiyyuu Wayyaaneedhaan shakkamuun mana hidhaatti guuramaa jiraachuu qeerroo achirraa ibsan.

Continue reading

Qophii Qanqee show Amjii 18, 2017 Gaafi fi deebi Artist Hawwii Qananii waliin

Aside

KAAYYOO 1/18/2017 obbo Tolchaa Wagii imaala qabsaa’oota Oromoo

Aside