Lixa Oromiyaa Gimbii Keessatti Walitti Bu’insi Qaama Humna Waraana Mootummaa Keessatti Mudate Aside Onkoloolessa 29,2016 Guyya kaleessaa Gimbii keessatti Loltoota Mootummaa Wayyaanee gidduutti walitti bu’insi jabaan uumamee jira.Walitti bu’insa Kanaan Qaamota uummata nagaa gooluuf bobbaafaman irraa namni 3 Wareegamuu akkasuma loltotta dhiiga Oromummaa qaban 6 humna Ittisa Uummata ta’uuf uummatatti makamanii jiraachuu maddeen keenya gabaasan. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Magaalaa Naqamtee Keessatti Qeerroon Afaan Qawween Hin Bullu Jechuun Warraqsa Finiinsan Aside Onkoloolessa 28,2016 Qeerroon Leeqaa yoomiyyuu afaan qawween buluun nuuf hin ta’u jechuun humna diinaa hidhannoo guutuun magaalaa Naqamtee weeraree jiru dura gootummaa jabaan Uummata Magaala Naqamtee waliin takaroo wal qabaa jira.Mormii guyyaa gara guyyaatti Mootummaa shororkaa Wayyaanee hudhee qabaa kan ture,guyyaa har’aa Magaalattii keessa bakka Boordii jedhamtutti humna diinaa ofirraa gaggeessuuf waloon itti bobbaa’ee ba’aa gala diinaa yaaddoo jala oolchee jira.Sababa Sochii warraaqsaa har’a finiinfameen uummatarra tokko wareegamuunis akkasuma hedduun hidhamaa jiraachuutu dubbatamaa jira.Uummati ammas gootummaan diina dura akka dhaabbatu Waloon akka falmatu wal hubachiisaa jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
SBO Onkoloolessa 30,2016. Oduu, Xayyaara wayyaanee Onkoloolessa 25,2016 D.Dhawaatti balaan akkamitti isa mudate? Haalli Godina Baha Harargee keessaa maal fakkaata kan jedhuu fi kkf irratti gaaffii fi deebii dargaggoo Jiidhaa Dhaabaa waliin geggeeffame, akkasumas Ijoo Dubbii ABO Aside https://qeerroo.org/wp-content/uploads/2016/10/30102016sbo.mp3 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...