FXG Magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa har’aa deemaa jiru irratti alaabaa ABO magaalaa Finfinnee keessa balaliisuun gaaffii mirgaa gaafataa jiru.

Aside

Gootota Qeerroo Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii

Aside

Aside

Godina Wallaggaa magaalaa Naqamtee keessatti yeroo ammaa kana diddaa deemaa jiru dhaamsuuf dhukaasa hedduu Wayyaanee irraa ummata Oromoo irratti banamee jira,lubbuun nama hedduu darbuu hin oolu,network quunamtii balleessanii jiru.
Magaalaan godina Wallaggaa kan akka Horroo Guduru fi Qeellama Wallaggaa keessaa xurree quunamtii networkii balleessanii jiru.FXG ammoo guutummaatti itti fufee jira.

Godina Baalen magaala Gaasaraa, Haroo, Dumaal, Haroo, dibbee, Gindhiir Barbaree, Maliyyu, Dalloo manna mormii eegalan haala hoo’an itti jirama

Godina Arsii Aana Xannaa magaala xiichoo,seeruu,Ashmiira, Hamdaa, Asaasa, Seerofta,Ajjee Dheeraa,Itayya, Dodola,Adaabbaa, fi Edoonis keessatti mormiin itti fufee jira.
Guutummaa Arsiitti FXGn cimee deemaa jira shaashamanneef Asaasatti dhukkaasas ummatarratti bananiiru jedhamaara magaalota hedduu keessatti networkii bilbilallee ugguran magaala adaamatti namoonni lama rasaasan dhayame tokko du’eera

Gootota Oromoo Godina Harargee Dhihaa Magaalaa Bordoddee

Aside

Godina Wallaggaa Magaalaa Dambi Doolloo keessatti Warraaqsa ummataa sa’aa ammaa kanatti deemaa jiru

Aside

Gootota ummata Oromoo Baalee Roobee Alaabaa ABO magaala guutuu keessatti balaliisaa dhadhannoo warraaqsaan gaaffii mirgaa gaafataa jiru.

Aside

robee RoobeeeaRoobee Roobeee baalee

Goototi Oromoo Godina Booranaa Moyaalee Keessatti FXG Itti Fufan.

Aside

Yeroo Ammaa Kanatti Gootonni Shaggar Lixaa Magaalaa Waliisoo Alaabaa ABO Balaliisaa Mirga Abbaa Biyyummaa Gaafataa Jiru.

Aside

“Say No” Jedhu Gootonni Qeerroo Godina Wallaggaa Qeellam Aanaa Jimmaa Horroo keessatti yeroo ammaa kana Finiccilli Diddaa Gabrummaa bifa howwaa ta’een deemsifamaa jira.

Aside

Gototi Godina Arsii Asaasaa Alaabaa ABO Qabachuun “Ohh Bilisummaan na Marare” Jechaa Jiru.

Aside