Godina Wallaggaa magaalaa Naqamtee keessatti yeroo ammaa kana diddaa deemaa jiru dhaamsuuf dhukaasa hedduu Wayyaanee irraa ummata Oromoo irratti banamee jira,lubbuun nama hedduu darbuu hin oolu,network quunamtii balleessanii jiru.
Magaalaan godina Wallaggaa kan akka Horroo Guduru fi Qeellama Wallaggaa keessaa xurree quunamtii networkii balleessanii jiru.FXG ammoo guutummaatti itti fufee jira.

Godina Baalen magaala Gaasaraa, Haroo, Dumaal, Haroo, dibbee, Gindhiir Barbaree, Maliyyu, Dalloo manna mormii eegalan haala hoo’an itti jirama

Godina Arsii Aana Xannaa magaala xiichoo,seeruu,Ashmiira, Hamdaa, Asaasa, Seerofta,Ajjee Dheeraa,Itayya, Dodola,Adaabbaa, fi Edoonis keessatti mormiin itti fufee jira.
Guutummaa Arsiitti FXGn cimee deemaa jira shaashamanneef Asaasatti dhukkaasas ummatarratti bananiiru jedhamaara magaalota hedduu keessatti networkii bilbilallee ugguran magaala adaamatti namoonni lama rasaasan dhayame tokko du’eera

Leave a comment