“Hattuun nu hin bulchitu” Jedhu Gootonni Oromoo Yuniversitii Haramaaya

Aside

Qeerroo Godina Arsii Magaalaa Dheeraa

Aside

dheeeraa1 Dheeraa

Godina Jimmaa magaalaa aanaa Goommaa magaalaa Gebbee keessatti gootonni dargaggoonni Oromoo guyyaa har’aa FXG gaggeessaa jiru.

Aside

FXG Magaalaa Finfinnee keessatti guyyaa har’aa deemaa jiru irratti alaabaa ABO magaalaa Finfinnee keessa balaliisuun gaaffii mirgaa gaafataa jiru.

Aside

Gootota Qeerroo Godina Wallaggaa Magaalaa Mandii

Aside

Aside

Godina Wallaggaa magaalaa Naqamtee keessatti yeroo ammaa kana diddaa deemaa jiru dhaamsuuf dhukaasa hedduu Wayyaanee irraa ummata Oromoo irratti banamee jira,lubbuun nama hedduu darbuu hin oolu,network quunamtii balleessanii jiru.
Magaalaan godina Wallaggaa kan akka Horroo Guduru fi Qeellama Wallaggaa keessaa xurree quunamtii networkii balleessanii jiru.FXG ammoo guutummaatti itti fufee jira.

Godina Baalen magaala Gaasaraa, Haroo, Dumaal, Haroo, dibbee, Gindhiir Barbaree, Maliyyu, Dalloo manna mormii eegalan haala hoo’an itti jirama

Godina Arsii Aana Xannaa magaala xiichoo,seeruu,Ashmiira, Hamdaa, Asaasa, Seerofta,Ajjee Dheeraa,Itayya, Dodola,Adaabbaa, fi Edoonis keessatti mormiin itti fufee jira.
Guutummaa Arsiitti FXGn cimee deemaa jira shaashamanneef Asaasatti dhukkaasas ummatarratti bananiiru jedhamaara magaalota hedduu keessatti networkii bilbilallee ugguran magaala adaamatti namoonni lama rasaasan dhayame tokko du’eera

Gootota Oromoo Godina Harargee Dhihaa Magaalaa Bordoddee

Aside

Godina Wallaggaa Magaalaa Dambi Doolloo keessatti Warraaqsa ummataa sa’aa ammaa kanatti deemaa jiru

Aside

Gootota ummata Oromoo Baalee Roobee Alaabaa ABO magaala guutuu keessatti balaliisaa dhadhannoo warraaqsaan gaaffii mirgaa gaafataa jiru.

Aside

robee RoobeeeaRoobee Roobeee baalee

Goototi Oromoo Godina Booranaa Moyaalee Keessatti FXG Itti Fufan.

Aside