SBO: Waxabajjii 15 Bara 2016. ODUU, Ijoo Dubbii ABO fi Hiriira Mormii Hawaasni Oromoo Awustiraaliyaa -Meelboornitti Jila wayyaaneerratti gaggeesse Akkasumas SBO Sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

Mootummaan Wayyaanee Hojii Dhablootaaf Dalagaan Waraana Ta’uu Jira Jechuun Beeksisa Baasaa Jira.

Aside

Waxabajjii 14,2016 13391496_1001773289890998_1828559211365196397_o13434302_618506048325320_669203236_nMinisteerri ittisaa Itiyoophiyaa beeksisa hojiii jedhee Oromiyaa malgaa gara garaa keessatti namoonni hojii loltummaatti akka galaniif gandootaa fi bakka waajjira magaalaalee mara keessatti maxxansaa jiraachuun beekame.

Haala amma muddama siyaasaa keessa jiru keessatti hojiin isinii banameera kootta waraanatti seenaa jechuun mootummaan Wayyaanee dargaggoota dirqaa jiraachuun faayidaa Oromootaa fi hojii dhalbleef hojii banuuf osoo hin taane ilmaan Oromoos ta’e sabooti biroo dantaa isaan hin ilaallanne keessa seenaanii akka du’a seenaa hin qabne du’aniif ta’uun beekamaa dha.

Protesters have clashed in Epping this afternoon, trying to shut down a meeting involving the Ethiopian government.

Aside