SBO Caamsaa 29,2016. Oduu, Gabaasa FXG, Qophii Caamsaa 20 Wayyaanee Ilaallatu, Walaloo fi Kanneen Biroo

Aside

Bilisummaa!

Aside

Bilisummaa

Caamsaa 20 Kabajjan malee jechuun mootummaan humnaan Wayyaanee manneen daldalaa cufsiisaa jira.

Aside

13320594_991453827589611_7053193712031376070_o 13320783_991453590922968_8465432763774880771_o 13320914_991454114256249_3446356436090718528_o13308492_991454547589539_2011141544157624430_oMarkaatoon (Finfinneen) Ginboot 20 bara 1983 a.l.h fakkaatti suuqii daldalaa hund dirqamaan cufsiisani.jiru. Bara mootummaa abba irreetti gabaan bilisaa akkanuma fakkaata. Kun ammoo mootummaa dimokiraatawa fi misoomaawaa suuqii cufsiisee ayyaana namni harkatti jibbee dirqamaan kabachiisaa jira.

Giiftii Wallee Warraaqsaa Artist Faaxee Aniyyaa, GGO Ebla 2016

Aside

https://youtu.be/-j7yIhHsz-E

Wallee Haaraa Artist Daniel Badhaadhaa/Caamsaa 2016

Aside