Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Caamsaa 20, 2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruu Keessatti FXG M/B Kombolchaa Sadarkaa 2ffaa fi Qopha’inaan Daran Jabaatee Itti Fufe. Aside Camsaa 20,2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Guduruutti Sochii Warraaqsaa FXG Gootota Barattoota Oromoo M/B Kombolchaa sadarkaa 2ffaa fi qopha’inaan daran jabaatee itti fufe jira. Goototni barattootni Oromoo Aanaa guduruu Mana barumsaa qopha’inaa fi sadarkaa 2ffaa Gaaffii mirga abbaa biyyummaa gaafatneef deebiin nuuf haa kennamuu, sagalee keenya humni waraanaa ukkamsuu hin danda’u, baatii 6 guutuu waraanaan hiraarfamaa utuu jirruu utuu torbee tokkoof iyyuu barumsa takkaa hin argatiin akkamitti Qorumsaa fudhachuu dandeenya? Gaaffii mirga abbaa biyyummaaf deebiin nuuf kennamuu qaba, Oromoo hidhuun Ajjeesuu fi waraanaan hiraarsuun nurraa haa dhabbatu, waraanni biyya keenya gadhiisee gara mooraa waraanatti deebi’uu qaba jechuun mormii isaanii jabeessuun itti fufauun har’a ganama barii irraa eegaluun sagalee dhageesisuun waraana Wayyaanee waliin wal dura dhaabbatan. Waraanni agaaziii fi poolisiin kora bittinneessa jedhama barattoota Oromoo hiraarsuu itti fufee jira. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Roorroon Mootummaa Itiyophiyaa Baroota Dheeraaf Kan Itti Hammaate Gootonni Qonnaan Boltooti Oromoo Godina Harargee Araddaalee Jannaataafi Waltaasis FXG Itti Fufan Aside 1756149364655401 Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Gotowwan Qeerroo Bilisummaa Oromiyaa Bakka Maratti FXG Itti Fufanii Jiru. Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...