Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Bitootessa 31, 2016 Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Laalloo Isaabii Magaalaa Innaangoo keessatti Sochiin Qeerroo Bilisummaa Itti Fufuun Guyyaa Har’aa Bitootessa 31,2016 Gootonni barattoota Oromoo mana baruumsa sad-2ffaaf qophaa’inaa mormii sirna mootummaa Wayyaanee dhageesisaa oolan. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Aside FXG gootonni Barattooti Oromoo Itti Fufaniin, halkaan gaafa Bitootessa 30,2016 Barattoota Oromoo University Wallaggaa keessaattii humna Agaziin miidhaman keessaa suura fudhatamee. Kanneen Miidhaa ciiman irra ga’e yeroo ammaa kana Hospitaala Naqamtee jiran keessaa: 1. Ermias Edosa 2. Mangistu Sintayoo( konkolachisaa mooraa) 3. Wandimuu Saqqataa 4. Gamachiis Tarakeeny faati. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Qeerroo Bilisummaa fi Uummata Oromoo Gdina Addaa Oromiyaa Naannoo Finfinnee itti argamtaniif. Aside Godina addaa Oromiyaa naannawa Finfinnee tti dhaabni maxxantuu Wayyaanee OPDO’n ayyaana hundeeffama maqaa jedhuun jimaata guyyaa boruu magaala Sandaafaatti kaabinootaa fi jaleewwan amanamoo ishee ta’an walitti qabdee hololuuf ol gadi jechaa jirti waan taheef, guyyaa boru uummanni Oromoo fi Qeerroon Oromoo naannawa sanattti argaman mormiidhaan dura dhaabachuun akka fashalsanii afaan qabsiisan dhaamsa Oromummaa dabarsina. INJIFANNOON UUMMATA OROMOOF!!! Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
Gaaffiin uummata Oromoo gaaffii bittaan EPRDF Wayyaanee OPDO hundeetiin Biyya Oromiyaa irraa haa buqqa’uuti malee, gaaffii bulchiinsi gaarii OPDO fooyya’ee nurratti haa cimuu miti!! Aside Hariiroo Jorgoon Gaaf tokko, maanguddoo Oromoo tokkoofi daa’ima Oromoo tokkotu wajjiin karaa adeema jedhan. Arba guddaa tokkotu quuncee qallishaa tokkoon hidhamee dhaabbata jedhani. Daa’ima kanatu maanguddicha gaafate. Abbaa guddaa arbi guddaan kuni akkamitti guuncee hangan geessu kanaan hidhamee dhaabbata? Maaliif mormasaa irraa of irraa kutee of walaboomsuu dadhabee? Jennaan, Arbi kun gaafuma dhalatedha quuncee kana itti hidhaniin seha yaaboo gaafa dhalatu yoo akkanatti kanaan hidhamee dhaabbachuu bare. Har’as erga guddatee waan danda’ee ufirraa kutu hinsehu. Gabrummaatti madaqee hidhamee dhaabbata. Jedhe jedhu, maanguddoon Oromoodhaa. Nutis Sheekkoo gabaabduu Oromoo kana waa malee hin yaadanne. Qilleessa jiduu kanaatu dirqama sheekkoo kana akka yaadannu nudirqe. Guyyaa hundeeffama OPDO waayyaa 26ffaa ilaalchisee jiduu kana aangawootni OPDO qaanii isaaniitiin boonanii laphee dhiibanii kan isaan media irratti qaaqaa jiran ilaalleetti silaayis barana gola gola keessatti kaabinootni walitti dhufanii alaabaa OPDO fi kan gooftolii isaanii qabatanii nama hedduu of fakkeessuuf bakka tokkotti kaameraa fuula durattti walitti qabamanii yoo kabajattan malee gad bahanii dirreefi qe’ee Oromoo irratti dhiiga ilmaan Oromoo gubbaatti dhaabbatanii ayyaaneffachuu silaayis eenyu isaanitti dhiisa? Isaanuu hin yaadani. Hin yaalle illeeti waarra yaales Oromoon gabrummaarra du’a filate gad ba’ee akkatti qaanii isaan haguuggachiise bakka maratti argaa jirra. OPDO vs Bulchiinsa Gaarii Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...