Waamicha Qeerroo Idil-Aduunyaa Washingotn, DC

Aside

image-03e091ffa291ca3a4d6557bfa18b3d573dfbede9292621481da1ba78c9fe4ae5-V

Gootonni Qeerroo Barattoota Yuunibarsiitii Jimmaa Irra Deebiin Sagaleesaanii Magaalaa Jimmaatti Taasisan

Aside

 

Bitootessa 26,2016

struggleAfaan qawween dorsifamuun kan duuba hin deebifne barattoonni Yuunibarsiitii Jimmaa Mooraa Arfanirraa Wal ga’uun Walakkaa magaalaa Jimmaa Bakka City centre jedhamutti sagaleesaanii dhageessifataa oolaniiruAkkasuma waamicha eenyummaa guutummaa magaalattii keessa ka jiran ilmaan Oromoo maraaf taasisaniiru.Hirirri kun har’a sa’a ja’arraa eegaluu miidhamni tokkollee osoo barataarra hin ga’in goolabame Dhaamsa Uummata Oromoo Magaalaa Jimmaaf

  1. Nuti ilmaan Keessan osoo osin jirtanii dahoo dhokannee dhabnee yeroo gara yerootti dararaan nurra ga’a jiraachuu hubatanii,nu cina akka dhaabbattan sochiin eegalame hanga galma ga’utti waan itti fufuuf isinilleen nu cina dhaabbadhaa
  2. Gaaffiin Keenya gaaffii Uummata Oromooti malee gaaffii dhuunfaa miti.Kanaaf gaaffiin Oromoo dhiga Oromoo hunda akka ilaallatu hubachuu qabdu.
  3. Yeroo lammiin keessan baadiyyaa hanga magaalaatti gaaffii Abbaa biyyummaa gaafatutti calliftanii taa’uun bor seenaa jala akka hin baane nuuf hubadhaa jechuun dhaamsa Uummata Oromoo magaalattiif dhaamaniiru.

Kanuma waliin edaa Qeerroon Yuinibarsiitii Jimmaa mooraa Technology science waraqaa Qeerroo fii Alaabaa dhabatanii jiran Waraqaan Qeerroon tamsaafamaa Turan Dhaafannoowwan adda addaa.

Ethiopia’s Oromo people demand equal rights in protests

Aside

Largest ethnic group in Ethiopia continues to rally against the government despite crackdown.

የህዝቦች ትብብር ሇነጻነትና ሇዲ ሞክራሲ(PAFD) 1 ኛ ጉባዔ ው ሳኔ

Aside

PAFD1የህዝቦች ትብብር ሇነጻነትና ሇዲሞክራሲ(PAFD) 1 ኛ ጉባዔ ውሳኔ

የህዝቦች ትብብር ሇነጻነትና ሇዲሞክራሲ(PAFD) የመጀመሪያውን የተሳካ ጠቅሊሊ ጉባዔ ከመጋቢት 21 እስከ 25 ቀን 2016ዓም በኤርትራ ርዕሰ-መዲና፡ ኣስመራ ኣካሂዷሌ። ጉባዔው በተሇይ ወቅታዊ የጋራ ትግሌ ሊይ፣ በኣሁኑ ወቅት በኢትዮጵያ ባሇው ሁኔታ ፣ በኣፍሪካ ቀንድ ቀጣናና ኣሇምኣቀፍ ሁኔታ ሊይ በስፋት ተወያይቷሌ። የህዝቦች ትብብር ሇነጻነትና ሇዲሞክራሲ የኢትዮጵያን ህዝቦች ነጻ ሇማውጣት እየተካሄዯ ያሇውን የነጻነትና የዲሞክራሲ ትግሌ በጋራ ሇማፋፋም ጥቅምት 23 ቀን 2015ዓም በኦስል ከተማ ከኣምስት የፖሇቲካ ድርጅቶች ማሇትም፥ የቤኒሻንጉሌ ህዝቦች ነጻነት ንቅናቄ(ቤህነን)፣ የጋምቤሊ ህዝቦች ነጻነት ንቅናቄ(ጋህነን)፣ የኦጋዴን ብሄራዊ ነጻነት ግንባር (ኦብነግ)፣ የኦሮሞ ነጻነት ግንባር(ኦነግ) እና የሲዳማ ብሄራዊ ነጻነት ግንባር(ሲብነግ) ተወካዮች፣ በድርጅቶቹ የሴቶችና ወጣቶች ተወካዮች የተመሰረተ ነው። ይህ ትብብር ሰሌጣን ሊይ ያሇውን ኣምባገነን ስርዓት ብማስወገድ ዝቦች መብቶቻቸውን ኣስከብረውና የራሳቸውን እድሌ በራስ የመወሰን መብታቸውን እውን እንዲያዯርጉ በጥንካሬ ይሰራሌ’’። በኢትዮጵያ ኢምፓዬር ውስጥ ያሇው ሁኔታ ከቀን ወዯ ቀን እየከፋ በመሄድ ሊይ ሲሆን፥ በህወሃት/ኢህኣዴግ የሚመራው የሃገሪቷ ኣምባገነን ስርዓት ንጹሃን ዜጎችን ከመሬታቸው ማፈናቀሌን፣ ማንገሊታቱን፣ በህገ-ወጥ ሁኔታ ማሰሩና ሆን ብል በጅምሊ መግዯለን ኣጠናክሯሌ። የመንግስት ጦር ሃይሌና ዯህንነቶች በበርካታ የኣጋሪቱ ኣካባቢዎች በተሊይም ዯግሞ በኦሮሚያ ሰሌፍ በወጡ ዜጎች ሊይ ጥይት አያዘነቡ ነው። ህዝቦች የፖሇቲካ መብቶቻቸዋን መነገፋቸው ባጠቃሊይ በኣያላ የሃገሪቷ ኣካባቢዎች ህዝባዊ ቁጣና ኣመጽን ወሌዶ ጉባኤው እየተወያየ ባሇበት ጊዜ እንኩዋ ኣመጹ እየተካሄዯ ይገኛሌ። የህወሃት/ኢህኣዴግ መንግስት በሰሊማዊ መንገድ እየተካሄዯ ያሇውን ተቃውሞና ኣመጽ ሇማፈን እንዯመፍትሄ ብል አየወሰዯ ያሇው በሰሊማዊ መንገድ ጥያቄ ባቀረቡት ሊይ ኣረመኔያዊ እርምጃ መውሰድና በጦር ኣስተዳዯር ስር ኣስገብቶ እንግሌት መፈጸምን ነው። በተጨማሪም ስርዓቱ እየተጠቀመባቸው ያለት የተሇያዩ ዘግናኝ እርምጃዎች የመንግስቱን ክፋት በግሌጽ ያሳያለ። ህጻናትና ነፍሰ-ጡር ሴቶችን ጨምሮ ንጹሃን ዜጎችን በመግዯሌና ሃይሌ በመጠቀም ከኣያት-ቀድመ ኣያት መሬታቸው ሊይ ማፈናቀለንም ቀጥሎሌ። እያራመዯ ባሇው ህገ-ወጥና ኢ-ሰብዓዊ ድርጊቶች አንዲሁም በሚከተሇው ፖሉሲ ከሃገሪቷ ህዝቦች የበረታ ተቃውሞ ቢካሄድበትም፥ ከኣሇም ማህበረሰብ ውግዘት ቢገጥመውም ስርዓቱ እኩይ ፖሉሲውን ስራ ሊይ ማዋለን አንዯቀጠሇ ነው። ከኣሇምኣቀፍ ኣካሊት የሚያገኘውን እርዳታም እንዯፖሇቲካ መሳሪያ መጠቀሙን ቀጥሎሌ። ይህ የትብብሩ ጠቅሊሊ ጉባዔ በመስራች ኮንፈረሱ ሊይ የተቋቋመው ጊዜያዊ ኮሚቴ ያቀረበውን ሪፖርት ካዳመጠ በኋሊ የኣምስቱም ድርጅቶች ሉቃነመናብርትና የጉባዔው ተካፋዮች የትብብሩ ስራዎች ስኬቶች፣ ድክመቶን፣ እድልችና እንቅፋት ሉሆኑ ይችሊለ በተባለ ሁኔታዎች ሊይ ውይይትና ግምገማ ኣካሂዯዋሌ።

RESOLUTION OF THE FIRST CONGRSS OF PEOPLES ALLIANCE FOR FREEDOM AND DEMOCRACY (PAFD) -Amharic.pdf

ግዜጣዊ መግለጫ..pdf

Ibsa Gaazexaa TUBD.pdf

Murtii fi Kutannoolee TUBD.pdf

Saamicha Warqee Albuudi Oromomiyaa Bakka Irraa Saamamu Wallagga Naannoo Warra Jirruu Jedhamu Keessatti Uummanni Oromoo Saamtota Irratti Tarkaanfii Fudhatan.

Aside

stBitootessa 26,  2016 Saamicha Albuudaa Wayyaanee Uummata Keenya Naannoo godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Najjoo Bulchiinsa Magaalaa Warra Jirruu  Irratti Taasisaa Jirtu namoonni qomoon isaanii Tigiree ta,an yeroo ammaa kana albuuda warqee lafa keessaa saamuutti argamu.
Haaluma kanaan guyyaa gaafa Wiixataa irraa kaasuunis naannoo albuudaan ba,aa jiru kanatti walitti bu,iinsi uummataaf namoota albuudaa kana baasaa jiran gidduutti uumamuun dhaga’amee jira.

Sababa kanaan, mootummaan gabroonfataan gita bittaa TPLFn durfamu kun uummata nagaa naannoo sanaa irraatti dhukaasa banuun uummata goolaa jiraachuu fi hidhaa jiraachuun beekamee jira.Walitti bu’iinsa kana irratti tarkaanfii ummanni naannoo sanaa fudhateenis konkolaattonni  heedduun maashiniin isaan ittiin warqee baasaa jiranis guutummaatti caccabanii hojiin ala ta’aniirum.

Fincila kanaan walqabatees, Barsiisonni fi Barattoonni akkasumas uummani naannoo sanaa heeduun isaanii gara mana adabaatti kanneen guuraman hedduu yeroo ta’an isaan keessaa muraasi maqaan nuqaqqabe:

1.Firaa’ol Nabiyyuu  Barataa
2.Ifaa Takilee Barataa

3.Marsimoy Nabiyyuu Barataa

4.Takilee Caalii Qotisaan bulaa

5.Daagim Dasaaleny Barataa

6.Bengeree Adisuu Qotisaan bulaa

7.Imaanaa Asfaw  Ogeessa maashina suphaa  kanneen maqaan isaanii tarreeffame kun kanneen mana adabaa Najjoo keessatti dararaan humnaa olii irra ga,aa jiruudha. kanneen yeroo ammaa kana iddoo isaan itti hidhamanii hin beekamne  immoo:

1.Sanbataa Tamasgeen Luba Waldaa MakaanaYesuus

2.Waannaa Tarreessaa B/saa

3.Eebbisaa Kooluu B/saa

4.Daanyee Asfaw  Barataa .
5.Baacaa Dafaa Qotisaan bulaa dha namoonni kun humna tikaan ukkkaamfamanii achi buuteen isaanii dhabamuu odeessi WarraJirruu irraa nuqaqqabe beeksiseeraam

 

Baacoolee Siyaasaa(political jokes) fi Dhimmoota Qabsoo Oromoo Irratti Ergaalee Jajjaboo Dhageeffachuuf QAANQEE SHOW Hordofa.

Aside

Qaanqee Shwo

ቄሮ: የኦሮሞ: ወጣቶች: ለነፃነት:ንቅናቄ: ድምፅ: የሳም:ንቱ: ዜና:: (SQ) March 25, 2016

Aside