Leelloo: Gaazexaan Haaraa Gabaatti Bahe! Aside Finfinnee, 15 Sadaasa 2015, βͺGazexxaan Afaan Oromoo Leelloo jedhamu Oromiyaa keessatti Sambata kaleessaa gabaatti bahuun beekame. Gaazexaan kun aadaa fi eenyummaa Oromoo guddisuuf akeeka akka qabau beekameera. Qopheessitooti gaazexixhaa akka jedhanitti aadaa,’ duudhaa, safuu, haqaa fkkf Ummata Oromoo irratti hojjachuuf murtii jabaa qabu. Akka qopheessitooti jedhanitti Leelloon akka guddattee sadarkaa addunyaatti beekamtuuf birmannaan ummata Oromoo hedduu abrbaachisaa dha. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...