MUST-WATCH | Irreecha: Color & Treasure of Oromo | Documentary by Director Amansiisaa Ifaa – A New Breakthrough Reportage About ‘Oromo Thanksgiving’ Aside Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...
“Alaabaa Eenyummaa” Walaloo Qeerroo Yuuniversitii Wallaggaa Aside Mallattoo Ormaa dhaadhessaa Kan ofii hadheessaa Yookaan sodaadhaan dhodhoksaa Hanga yoomiitti faarsina Faajjii alagaa hafarsina? Magariisa, diimaa, keelloo Qabannee hin sirbinu gelloo Kun mallattookoo ittiin jettee Hin dalaginkaa ateetee! Imimmaan ofirra roobsaa Alaabaa habashaa faarsaa Maafan kan kiyyammoo dhoksaa? Gootakoof yeroon weeddisu Ayyanas yeroon waa baasu Faajjii jaraa ol hin kaasu! Jiraa bar kan abbaa gadaa Inni walakkaansaa odaa Gubbaasaarraan kan gurraacha Diimaa, adii kan Oromtichaa Oromtittii lammii Oromoo Isaol kaasna yaa qomoo! Moggaa lamaan diimaa biluu Dhiiga warra bosona jiruu Walakkaarraan magariisa Sabboonummaa agarsiisa Handhuurasaarratti aduu Abdii waan bor nu fayyaduu Walakkaarrattimmoo Odaa Gaaddisa Oromoof qoodaa Utuu qabnuu maa faarsina Alaabaa habashaaf boonya Keenyaafuu baay’eetu kufee Salphaan mitii dhiigaan dhufee Nu hin ibsu kan habashootaa Dhaga’aa yaa qotee bulaa Dhaga’aa yaa barattootaa! Hubadhu atis atileetii Kan baattu sun kan kee mitii Hunduu hubadhaa ilaalaa Warri biyya keessaaf alaa Alaabaan Odaan faayyamee Dirree qabsootti fandhifamee Hundumtuu hawwiidhaan eegu Kan WABO hundi yaa beeku Haa kabajnu isa kan keenyaa Muldhisnee tokkummaa keenya Haa lagannu kan dhidhiittaa Mallattoo cunqursaaf bittaa! Kan Abbaa Gadaa fandhisi Faajjii sirna Diimokiraasii! Alaabaa biyya Oromoo Keessoo onnee dhiigaaf qomoo! Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Click to share on X (Opens in new window) X Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading...