Guraandhala 18, 2013
Y.G(2005)
HIWAATOONNI HAMMEENYA ANGOO OF HARKA TURSUUF HOJJATAN BARAARUUF SHIROOTA QOPHEEFFATAN, kanneen tarrifaman keessaa torbee 1-6 ilaalu yaallee jirra. Har’a isa hafe xumurree waan fala nuuf ta’an waliif dhaamna.
- Ummatoota dhaabbilee mormitootaa harkaa baasanii ofitti qabuu,
- Dhaabbilee siyaasaa Biyya keessaa bifa kamiinu haa ta’uu, diigu hanga dhabamsiisuu ,
- Humna waraanaa , tikaa fi polisaa waan hundaa dura dhaabbatu hundeessu ,(tu’annaa isaanii jalatti )
- Sabboonummaa sabootaa laamsheessuu (itoophiyummaa fudhachiisuu )
- Dhaabbilee mormitootaa Qabsoo hidhannoo gaggeessan hundumaa diiguu ykn dhabamsiisuu ykn harka kennachisuu ,kaayyoo jijjirsiisuu. Ykn qubsuma Biyya keessaas ta’ee alaa dhabsiisuu,