“Obbo Beqqelee Garbaa, Obbo Olbaanaa Leellisaa fi Oromoonni Dabaan Hidhaman Haa Hiikaman!”

Aside

http://youtu.be/8B40T3mkUPE

GadaaComGadaaCom·

Guyyaan Ayyaana Hors iise Bulaa G/Boorana a,Ona Yaabelootti Ta u Irratti Barruulee n Warraaqsaa fi Alaa baan ABO Bal’inaan M axxanfame.

Aside

Amajjii 25,2013 Yaabelloo

Godina Booranaa Ona Yaabelloo irratti guyyaan ayyaana Horsiisee Bulaa akka federaalatti kan kabajamu har’aa fi bor; Amajjii 25 fi 27 akka tahu odeessa eengadda qeerroon dabarse irratti ni yaadatama. Akka gabaasaa Qeerroo Ona Yaabellotti ganama kana bakka wal argee gaggeeffama ayyaana kanaatti waraqaan adda addaa maxxanfameera, qaamolee wayyaanee olaanoon qaama Federaalaa irraa gara san deeman dursuudhaan dhaadannoo fi waraqaan alaabaa ABOn tolchamee galmaa fi naannoo sirni ayyaanaa kun itti gaggeefamutti maxxanfamee jira, kanneen bittimfamanis qophaayee uummataaf hiramaa jira,ammatti akka gabaasaa Qeerrootti waraqaan 520 ol raabsameera,kun dursee kan taheedha haala ittiin oolan akka nu gaheen dhaamaa deemna.

Raadiyoolee Seife Nebelbali fi Simbirtuu Qophii Amajjii 24,2013

Aside