Guyyaan Ayyaana Hors iise Bulaa G/Boorana a,Ona Yaabelootti Ta u Irratti Barruulee n Warraaqsaa fi Alaa baan ABO Bal’inaan M axxanfame.

Amajjii 25,2013 Yaabelloo

Godina Booranaa Ona Yaabelloo irratti guyyaan ayyaana Horsiisee Bulaa akka federaalatti kan kabajamu har’aa fi bor; Amajjii 25 fi 27 akka tahu odeessa eengadda qeerroon dabarse irratti ni yaadatama. Akka gabaasaa Qeerroo Ona Yaabellotti ganama kana bakka wal argee gaggeeffama ayyaana kanaatti waraqaan adda addaa maxxanfameera, qaamolee wayyaanee olaanoon qaama Federaalaa irraa gara san deeman dursuudhaan dhaadannoo fi waraqaan alaabaa ABOn tolchamee galmaa fi naannoo sirni ayyaanaa kun itti gaggeefamutti maxxanfamee jira, kanneen bittimfamanis qophaayee uummataaf hiramaa jira,ammatti akka gabaasaa Qeerrootti waraqaan 520 ol raabsameera,kun dursee kan taheedha haala ittiin oolan akka nu gaheen dhaamaa deemna.

1 thought on “Guyyaan Ayyaana Hors iise Bulaa G/Boorana a,Ona Yaabelootti Ta u Irratti Barruulee n Warraaqsaa fi Alaa baan ABO Bal’inaan M axxanfame.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s