Diddaan Barattoota Oromoo Wayyaanee Yaaddesse. Fincillis Itti Fufe,

Aside

Qeerroo Gindabarat Gurraandhala 08,2012

Labsiin Amajjii 22 irraa kaasee eegaale hamma har’aatti bakkoota garagaraatti itti fufuunsaa gabaasaan nu gahaa jira.

Yerooma labsiin labsame sana ,waraqaaleen qabsoo garagaraa naannoo Amboo fi naannoo Gindabaratitti faffaca’uudhaan hamma manneetii barnootaa sadarkaa 1ffaa fi sadarkaa 2ffaatti garmalee babal’atee faffacaa’aa jira.

Akka gabaasaa qeerroo irraa nu gaheetti bakka uummatni itti bobba’u; buufata uummataatti waraqaa waamichaa labsame kanaan duraa sana Alaabaa ABO waliin walitti maxxansuun itti fufee jira.  Guyyaa eengaddaa waraqaalee mannen barnootaa fi bakkoota adda addatti maxxanfamanii fi raabfaman irratti barattoota qabdee hidhuu fi rasaasa itti dhukaasuun ni yaadatama. Gochaa fi doorsisa Wayyaanotaa kanaan dhaabbachuu didee labsiin amma illee baldhinaan faca’uun itti fufee jira.

Manneen barnootaa a sadarkaa 2ffaa Culluxxee bakka jedhamutti fi akkasumas mana barumsaa sadarkaa 1ffaa bakka Kaachis jedhamu keessatti FDG ka’een wal qabatee mana barnootaa san cufuun barattoota maatiittiakka galan akeekachiiftu iyyuu guyyaa har’aa naannoo manneen barnootaa fi bakkoota adda addaatti  waraqaalee labsii alaabaa ABO n wal qabate kana maxxansuudhaan gootonni qeerroon bilisumma waan baay’ee nama boonsu hojjetanii jiru.

Har’a  Gurraandhala 07,2012 guyyaa waraqaalee baayinaan maxxanfame kana uummatni kaan isaa tarii ABO tu dhufee jedhee gammachuu isaa ibsataa gariin ammoo barii bilisummaa waammachaa jiru gammachuudhaan waraqaalee maxxanfame kana irra itti wal qabaa olee jira. Gabaasi suuraa fi video kanaa suuraa ummataa ifatti waan qabateef maxxansuu irraa of qusannee jirra. Waraqaalee raabsamee ykn faca’eetti aanee caalaatti Alaabaa ABO  sana irratti uummatni heddummaachuudhaan irrati wal qabuun  ifitti qabee yeroo dhungachuun jaalala qabu muldhisaa tureera jedha qeerroon naannicha irra.

Ergamtootni Wayyaanee,poolisootni fi waraanni isaa uummata kana ari’uudhaan waraqaa sana bakka maxxanfametti ciraa oolaniiru jedha gabaasaa qeerroo irraa.

Wayyaaneen  dhimma kana sababeeffachuudhaan har’a irraa kaasee wal gayii waan itti fufuuf manni barumsaa hin jiru gidduu kana jechuudhaan labsii sodaa qabduun dabarfachaa jirti.Magaalaa sana keessatti sodaa tarii WBO tu gale jechuudhaan mootummaan Wayyaanee guyyaa har’aa guutuu waraanaa isaa konkolaataadhaan guuree magaalitti qubsiisuun isaas gabaasi qeerroo addeessa.

Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa

 

Diddaan Qeerroo Itti fufee, Wayyaaneen barattoota irratti rasaasa dhukaafte

Aside

Gurraandhala 7,2012 Gindabarat

Diddaa miga eenyummaa siaaniif jecha barattooti Oromoo deemsisaa jiran dhaabuuf dabballootni Wayyaanee bobba’an barattootatti rasaasa dhukaasan.Diddaa Barattootaa Godina shawaa lixaa aanaa Gindabarat Mana Barumsaa sadarkaa Lammaffaa Culluxxeetti dabballootni Wayyaannee Nagaroo Baacaa fi Taarikuu  jedhaman ergama isaanii ba’uuf jedha barattoota Oromoo irratti  rasaasa dhukaasanis har’a diddaan jabaatee itti fufee manni barumsaa cufamee jira.

Ergamaan Wayyaanee Barsiisaa Taadduu Gaja’aa jedhamu barattoota fincila diddaa gabrummaa qindeessaniiru jechuun maqaa kennuun qabsiisaa jiraachuun isaas saaxilameera.Hanga ammaatti barattootni Oromoo  jaha guyyaa hardhaa Guraandhala 07,2012 mana hidhaa Wayyaaneetti kan darbatan yoommuu ta’u isaan keessaa
1.Barataa Asmaraa Balaay
2.Barataa Tolasaa Addaamuu
3.Barataa Guutuu Soorii
keessatti argamu

Barsiisaa Taadduu Gaja’aa gocha ilmaan Oromoo irratti gochaa jiru kana irraa hin dhaabbatu taanaan barattooti Oromoo guutuun barnoota inni kennu fuula duratti akka irratti hin hirmaannee fi bakka argametti gumaan dargaggoota Oromoo akka bahutti waamicha waliif dabarsaa ooluun gabaasi qeerroo nu gahe addeessa.

Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa!

Walaloo Ka’i Qeerroo!! 4ffaa

Ka’i Qeerroo 4

Warraaqsi Labsame Manneen barnootaa Sad. 1ffaa fi 2ffaatti gadi babal’achuu eegale.

Aside

Gabasaa Qeerroo Gurraan dhala 7,2012
Goototni barattoota mana baruumsaa Aanaa Gindabarat mana baruumsaa Sad. 2ffaa Culluxxee fi mana baruumsa sad. 1ffaa kaachis waraqaa waamichaa Warraaqsa labsamee halkan har’aa (Gurraandhala 6, 2012)
mooraa manneen baruumsaa lameen kanneeni fi magaalota lameen kanneen keessatti addabaabaayii ummataa hundatti alaabaa ABO waliin maxxansudhaan seenaa hojjatan. Waraqaan labsii kun ganama hanga sa’aatii 10:00 AM tti akkuma maxxanfameen turee sa’aa kana booda garuu bulchitoonni fi polisonni magaalee kanneenii ummata itti tuutta’ee dubbisaa ture irraa ari’udhaan ciranii guuraa turun gabaafame.

Karaa biraa har’a ganama poolisoonni magaalaa barattoota gara mana barnootaa deemaa turan “har’aa fi bor walga’ii ariifachiisan waan jiruuf” jechuun barattoota gara mana isaaniitti akka deebisanii fi  manneen baruumsaa lameenis cufani jiru. Kanumaan walqabatee guyyuma kana  gara sa’aatii 11:00AM tti waraanni fi poolisiin Federaalaa konkolaataa 10 ol ta’u magaalota kanneen qubachuu gabaafameera.

Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa!

Qabsaayaa fi wallisaan Oromoo jaallatamaan Elemoo Alii akkas jedha.

Goobanaa Cubbamaa (1)

Anaa Gincii Keessatti Bosonni Cillimoo Saffisaan Mancaafamaa Jira

Aside

Gabaasa Qeerroo Anaana Gincii Gur-dhala 5,201

Godina Shawaa lixaa Aaanaa Gincii keessatti kan argamu Bosonni Cillimoo baay’ee ciramuu irratti argama.Mootummaan Wayyaanee qabeenya uumamaa Oromiyaa gurguruu fi faaluun kan beekamu buufata 13 bosona Cillimoo keessatti qubachiisuun baay’ee ciruu fi mancaasuu irratti xiyyeeffatee hojjetaa jira.Hongeen biyyattii keessatti akka babal’atu gochuun ilmaan Oromoo harka kadhaatti hambisuuf kan murteeffate bosona Oromiyaa waggootaa dheeraaf jiraatan naatoo tokkoon malee ciruu fi gubuutti argamu.

Sababni Bosonni kun ittiin ciramu keessaa tokko Dahoo Waraana Bilisummaa Oromooti juechuun ummata naannoo san jiru afaan fajjeessaa fi goyyomsaa akka jiran beekama .Ilmaan Oromoo qabeenya uumamaa isaa irratti falma akka jabeessuu fi Qotee bultoonni naannoo kanaa irra deddeebbiin gaafatanis doorsisamuu isaanii dhaga’amee jira.

 

Aanaa Gindebarat Irraa Wayyaaneen Maallaqa Uummataa Saamte.

Aside

Gabaasa Qeerroo Gurraandhala 5,2012

Maqaa Waldaa Misooma Oromiyaa jedhuun mootummaan Wayayanee ilmaan Oromoo irraa waan qaban akka kennan bara darbee jalqabee dirqisiisaa turuun isaa ni yaadatama.Maallaqni funaaname kun dhimma bulchinsa mootummaa wayyaaneef ooluu kan hubatan uummatni oromoo Aaanaa Gindabarat Maallaqa funaaname 500,000 bakka buutee dhabne jechuun yoommuu raadiyoo faanaatti iyyattan gaazexeessitootni yaada uummataa fuudhan qilleensa irra akka hin oolchine amanamtootni mootummaa kun gaaffii biyyaa waan ta’eef akka qilleensa irra hin oollu iccitiin raadiyoo faanaa keessaa ba’e ifa godhee jira.Uummatni Ggaaffii kana gaafates irra deddeebbiin gaazexeessitoota faanaa cinqaa jiraachuun isaas beekkame.

UN Rights Advocates Criticise Ethiopia’s Use of Anti-Terror Law

Aside

(Qeerroo, Adaamaa, 05 February 2012) The United Nations criticized the Ethiopian government’s use of an anti-terrorism law to curb freedom of expression by jailing opposition politicians and reporters critical of the state.

According to Bloomberg report in December, two Swedish journalists were sentenced to 11 years each by an Ethiopian court for supporting terrorism after being captured with a banned rebel group.

An exiled journalist, two writers, a politician and one other individual, all from Ethiopia, were given terms ranging from 14 years to life last week for plotting terror acts.

Journalists “should not face criminal proceedings for carrying out their legitimate work, let alone be severely punished,” Frank La Rue, UN Special Rapporteur on freedom of expression, said in a statement posted on the website of the UN Office of the High Commissioner for Human Rights.

Ethiopia holds journalists accountable when they commit crimes, Communications Minister Bereket Simon said.

“Ethiopia clearly differentiates between freedom of expression and terrorism,” he said in a phone interview from the capital, Addis Ababa, today. “This is simply a very wrong defense of foreign journalists who have been caught red-handed when assisting terrorists.”

Ethiopia was the third-largest recipient of humanitarian aid in the world in 2009, receiving $3.8 billion, according to Global Humanitarian Assistance, the Wells, England-based research group. There are 26 UN agencies operating in Ethiopia, according to the Addis Ababa-based Development Assistance Group, which represents Ethiopia’s donors.

Terror Acts

Next month, 24 people including government opponents, exiled journalists and dissident writer Eskinder Nega, begin their defense of charges of committing terror acts under the Horn of Africa nation’s 2009 law.

“Journalists, bloggers and others advocating for increased respect for human rights should not be subject to pressure for the mere fact that their views are not in alignment with those of the government,” Margaret Sekaggya, who speaks for the UN on behalf of human rights defenders, said in the statement.

Critics are applying “double standards” as they do not claim freedom of expression is endangered when journalists are prosecuted in the West, according to Bereket.

Five human-rights groups, including London-based Amnesty International and New York-based Human Rights Watch, said a court case today in Addis Ababa threatens the “last remaining human rights monitoring NGO in Ethiopia.” The Addis Ababa-based Human Rights Council is trying to get a decision to freeze its funding reversed, the group said yesterday.

In 2009, Ethiopia banned charities working on human rights from receiving more than 10 percent of their funding from abroad.

–Editors: Paul Richardson, Karl Maier.

To contact the reporter on this story: William Davison in Addis Ababa via Nairobi at pmrichardson@bloomberg.net.

To contact the editor responsible for this story: Antony Sguazzin at asguazzin@bloomberg.net.

ለደመወዝ ጭማሪ ጥያቄው ምላሽ ያጣው የመምህራን ማኅበር ሰላማዊ ሰልፍ ሊጠራ ነው

Aside

 (ቄሮ ዘገባ፤ ፍንፊኔ፤  05 የካቲት 2012)  የኢትዮጵያ መምህራን ማኅበር (ኢመማ) ለመንግሥት ያቀረበው የደመወዝ ጭማሪ ጥያቄ ምላሽ ባለማግኘቱ አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባዔ ለመጥራት ተቃርቧል፡፡

ከጥቅምት 3 እስከ 5 ቀን 2004 ዓ.ም. የተካሄደው የኢመማ መደበኛ ምክር ቤት ስለመምህራን የደረጃ ከፍታ፣ ደመወዝና ተፈላጊ ችሎታ በሚመለከት ውይይት ካደረገ በኋላ የደመወዝ ጭማሪ ጥያቄ ያቀረበ ሲሆን፣ እስከ ጥር 30 ቀን 2004 ዓ.ም. ድረስ ጥያቄው ምላሽ ካላገኘ አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባዔ እንዲጠራ ወስኖ ነበር፡፡

በመላው አገሪቱ 350 ሺሕ አባላት ያሉት የኢትዮጵያ መምህራን ማኅበር የሲቪል ሰርቪስ ሚኒስቴር ማኅበሩ ላቀረበው ጥያቄ እስከ ጥር 30 ቀን ምላሽ ካልሰጠ መደበኛ ምክር ቤቱ በወሰነው ውሳኔ መሠረት አስቸኳይ ጉባዔ ይጠራል፡፡

ምንጮቻችን እንደገለጹት ማኅበሩ ለመንግሥት ያቀረበው የደመወዝ ጭማሪ ጥያቄ ምላሽ ባለማግኘቱ ከጥር 30 በኋላ ሰላማዊ ሰልፍ ይጠራል፡፡

ማኅበሩ በወቅቱ ባወጣው ባለአሥር ነጥብ የአቋም መግለጫ መምህራን ለሚያቀርቡት የደመወዝ ስኬል ማስተካከያ ጥያቄ የሚሰጠው ምላሽ መጓተት በኑሯቸው ላይ እያሳደረው ያለው ተፅዕኖ በየጊዜው እየናረ የመጣው የመኖርያ ቤት ኪራይ ታክሎበት፣ በአሁኑ ጊዜ መቋቋም ከማይችሉበት ደረጃ ላይ መድረሱን ጠቁሞ፣ ችግሩን ለመፍታት የተጀመረው እንቅስቃሴ እየታየበት ያለው መጓተት ተወግዶ መቋጫ የሚያገኝበትና መምህራኑን ተጠቃሚ የሚያደርግ ተግባራዊ እንቅስቃሴ እንዲጀመር፣ ጉዳዩ የሚመለከተው የመንግሥት አካል ተቋማዊ ኃላፊነቱን እንዲወጣ ጠይቆ ነበር፡፡

ምንጮቻችን እንደገለጹት ይህ የማኅበሩ አቋም መግለጫ ለሁሉም ክልል ማኅበራት ተልኮ በየትምህርት ቤቱ ማስታወቂያ ሰሌዳ ላይ እንዲለጠፍ መደረጉን ከምንጮቻችን ለመረዳት ችለናል፡፡

የኢትዮጵያ መምህራን ማኅበር ለመንግሥት ያቀረበው የደመወዝ ጭማሪ ጥያቄ ሲጓተት ይህ የመጀመሪያ ጊዜ አይደለም፡፡ በጥር 2003 ዓ.ም. ለመንግሥት ሠራተኞች የተደረገው ጭማሪ ቀደም ሲል ከማኅበሩ የቀረበውን ጥናት በአግባቡ ያላገናዘበ መሆኑን በመጥቀስ፣ የሲቪል ሰርቪስ ሚኒስትር አቶ ጁነዲን ሳዶ በተገኙበት የካቲት 26 ቀን 2003 ዓ.ም. የኢትዮጵያ መምህራን ማኅበር አስቸኳይ የምክር ቤት ስብሰባ ተካሂዶ ጭማሪውን በመገምገም፣ የከፍተኛ ትምህርት መምህራንን የደረጃ ከፍታ ጨምሮ ችግሩ መፍትሔ እንዲያገኝ ጠይቆ ነበር፡፡

ይህንኑ የማኅበሩን ጥያቄ መነሻ በማድረግ ማኅበሩ የተወከለበት ኮሚቴ ተቋቁሞ ጉዳዩ ሲታይ ቢቆይም ጥናቱ ተጠናቆ ሊገለጽ አልቻለም፡፡

ምንጮቻችን እንደገለጹት፣ መንግሥት እስከ ጥር 30 ድረስ ለቀረበለት የደመወዝ ጭማሪ ምላሽ ካልሰጠ ማኅበሩ በሚጠራው አስቸኳይ ጠቅላላ ጉባዔ በመንግሥት ላይ ተፅዕኖ የሚያሳድር ውሳኔ ሊያስተላልፍ ይችላል፡፡

የኢትዮጵያ መምህራን ማኅበር ፕሬዚዳንት አቶ ዮሐንስ በንቲ በበኩላቸው፣ ማኅበሩ አሁንም ከመንግሥት ጋር እየተወያየ መሆኑን ገልጸዋል፡፡

“ጥያቄያችሁ ምላሽ ካላገኘ ምን ዓይነት ዕርምጃ ለመውሰድ አስባችኋል?” በሚል ላቀረብንላቸው ጥያቄ “ምን ማድረግ እንዳለብን የሚወስነው ጉባዔው ነው” የሚል ምላሽ ሰጥተዋል፡፡ ከዚህ ጋር በተያያዘ የገዢው ፓርቲ ኢሕአዴግ ኃላፊዎች አባል የሆኑ መምህራንን ባለፈው ቅዳሜ ሰብስበው ማነጋገራቸው ተሰምቷል፡፡

ምንጮቻችን እንደገለጹት ጉዳዩ የሚመለከተው  የመምህራን ማኅበሩ ያቀረበው የደመወዝ ጥያቄ ተገቢ ቢሆንም፣ “ጥያቄያችን ምላሽ ካላገኘ ከጥር 30 በኋላ ሰላማዊ ሰልፍ እናካሂዳለን፤ ሥራ እናቆማለን፤” የሚለው የተወሰኑ መምህራን አስተሳሰብ ትክክል አለመሆኑን የገዢው ፓርቲ ኢሕአዴግ ኃላፊዎች አባል የሆኑ መምህራን ለባለሥልጣናቱ አሳስበዋል፡፡

Wayyaaneen Gama hundaan cinqamaa jirti!

Aside

(Qeerroo, Finfinnee, 4 Guraandhala 2012) Wal qixxummaan amantiilee fi sabaa fi sablammootaa biyyattii keessatti kabajamee jira jechuun uummata gowwoomsuuf  mootummaan wayyaanee television fi raadiyoon ololu yeroodhaa yerootti saaxilamaa jira.

Guyyoota dhiyoo darban Godina Shawaa lixaa magaala ijaajjii keessaa maqaa amantiin namoota hidhaatti guuruun isaa ni yaadatama.

Ayyaana hordoftoota musliimaa Mawlid biyyattii keessatti kabajamuuf jedhu irratti qeerroon diddaa qindeessa,wal dhabdiin hordoftoota amantaa kiristaanaa fi musliimaa gidduutti uumama sodaa jedhuun mootummaan wayyaanee waraana gara Jimmaa, Baalee fi Harargeetti bakkeewwan hordoftootni musliimaa baay’inaan  jiranitti bobbaasuu fi magaala Finfinnee keessattii fi naannoolee maratti of eeggannoon akka eegan walii dhaamuun isaanii saaxilamee jira.

Erga Warraaqsi biyyattii keessatti jalqabee yuunivarsiitiileen,dhaabbiileen barnootaa gad aanaa fi magalootni Oromiyaa keessaa halkanii fi guyyaa waraanaan tikfamaa jiraachuun isaas beekamaa dha.

Qeerroon oromoo kutannoon wayyaanee hirriba dhabsiisee biyya abbaa isaa dhuunfachuuf jabinaan walii dhaamee jira.

Qabsoon itti fufa ! Gabrummaan ni kufa!