Dhugaa Jettan

Video

(Qeerroo, Finfinnee, 11 Muddee, 2011) Seenaa qabsoo Oromoo keessatti bakka guddaa kan qaban J Taaddasaa Birruu dhaloota Bilisummaa dheebotaniif faandhahii akka urjii halkanii guyyaa ifu dha.
Dhalooti Qeerroo gootota akka J Taaddasaa Birruu fa’aaf kabajaa guddaa kan qaban yoo ta’u, kanas akkanaan mul’isaa fi ibsachaa jiran!
 

Video