FDG Yuuniversitii Gonder Keessa itti Ka’een Wal Qabatee Barattooti 17 Arhiaman

Aside

Qeerroo

Barattoota Gondor Yuuniversitii Irraa Dismissal Ariyaman

Gabaasa Qeerroo Bilisummaa Muddee 07,2013 

Baatii Sadaasaa 2013 keessa Yuuniversitii Goonder keessatti barattooti Oromoo gaaffii mirgaa kaasuun ni yaadatama. Rakkoo fi gidiraa uummata Oromoo akkasumas hidhaa fi ariisaan barattoota Oromoo irra gahamaa jiru haa dhaabbatu jechuun gaaffii mirgaa barattooti Oromoo kaasaniif deebiin mootummaa Wayyaanee irraa kenname ajjeechaa fi dhihdaa ture,sababaa diddaa barattooti kaasaniif jecha barataa Oromoo tokko ajjeessuun toorba ammo hidhaa hin beekamnetti ergamanii jiru.

Haalli kun jabbaachaa deemuu irraan walitti bu’iinsi barattoota Oromoo fi kanneen mootummaa Wayyaaneen kaadhimamanii hojjetan jidduus jiraataa ture. Ammoo gaaffii mirgaa ilmaan Oromoo kaasaniif deebiin itti aanu kenname barattoota mooraa fi barnoota isaanii irraa arhiyuun gaaffii mirgaa ukkaamsuuf yaalee jira.

Ammatti Muddee 5,2013 barattooti Yuuniversiticha irraa arihaman gabaasaan Qeerroo akka armaa gadiiti addeessa.

1)      Barattoota 8 dismal barnoota irraa ariyanii jiru;

2)      2.Barattoota 9 waggaa lamaaf adaba itti kennanii mooraadhaa bahanii jiru;

3)      3.Barattoota 19 ammoo meeshaa caccabeef horii akka baasan mallatteessisifamanii hanga horin isaa bakka buusanitti barumsatti akka hin deebine tahee jira.

4)      4.Barattoota 150 ammoo akeekkachiisa itti kennuudhaan mallatteessisanii mooraatti deebisanii jiru walumaa gala galmee kanneen arihamanii akka armaa gadiitti dhiheessina.

 

Lak. Maqaa Guutuu Saba Umurii Department                              Teessoo
Naannoo Magaalaa Bilbila
1 Tewoderoos Abarraa Tasamma Oromoo 23 Retimed 4th oromiyaa Bishooftuu  
2 Addunyaa Baqqalee Sooqee Oromoo 22 Law 3rd Oromiyaa Bulee Horaa  
3 Galgaloo Godaanaa Oromoo 23 Special Need 3rd Oromiyaa Moyaalee  
4 Iyyoob Mohad Caalee Oromoo 21 Sociology 3rd Oromiyaa Baalee Goobbaa  
5 Waakkennee Saxuu Raggaasaa Oromoo 23 Population 3rd Oromiyaa Sabbataa  
6 Meelat Sisaay Kebbedee Amaaraa 22 Psychology  3rd Finfinnee    
7 Tewoderoos Biyyasaan Ashenafi Oromoo 23 Yetmad 3rd Oromiyaa Boorana  
8 Biliyoon Biilee Yaraa Oromoo 22 Law 3rd Oromiyaa Shaashimannee  

Barattoota Waggaa Lama (2)Barnoota Irraa Ariyaman

Lakk. Maqaa Guutuu Saba Umurii Department                                Teessoo
Naannoo Aanaa Bilbila
1 Almaaz Isheetuu Ayyaanee Oromoo 24 Sport 3rd Oromiyaa Ginniir  
2 Gannet Balay Abrahaam Tigree 23 Biologu 3rd Tigraay Shire  
3 Massaluu Baqqalee Qoloosaa Oromoo 21 Sport 3rd Oromiyaa Iluu Abbaabor  
4 Saamu’eel Dhufera Hirjaa Oromoo 34 Sociology 3rd Oromiyaa Ambo  
5 Gaashawu Kaasaaw Taarreqeny Amaaraa 33 Water Resource 3rd Amaaraa Daambiyaa  
6 Habtaamuu Birruu Bilqee Oromoo 31 Social Work 3rd Kibba Hawaasaa  
7 Salaamawit Fufaa Warkasaa Oromoo 35 Geology 3rd Oromiyaa Ambo  
8 Iwunatu Sandaq Kaaree Amaaraa 32 Water Eng. 2nd Amara Bahardar  
9 Barakat Tashoomee Aseffaa Oromoo 33 Information scien 1st Amara Dassee  

Injifannoon Uummata Oromoof!

Gadaan Gadaa Bilisummaati!

Guutummaan lis kanaa:- Yuuniversitii Goonder Keessaa badii tokkoon malee barattoota arihaman

Mootummaan Wayyaanee Basaasota barattoota ta’an lama Mooraa Yuuniversitii Jimmaa Keessatti Mindeessuun Gabaafame.

Aside

Muddee 06,2013 Jimmaa

Haptamuu Rettaa fi  Badhaasaa Firraajaa kanneen jedhaman yeroo ammaa mooraa Yuunersitii Jimmaa keessaa baratu,barattoota kana leejii addaa keenuufii irra darbee sochii barattooti Oromoo godhan irratti akka fakkaatanii basaasan mootummaan wayyaanee ramaduu dargaggoonni moorichaa gabaasu.

Ammaas Qeerroon Bilisummaa Oromoo Oromootu mirga dhabee, qee’eef qabeenyaa irra buqqa’ee, biyyaayyi dhalatee keessaatti mirga namumma fi dimookiraasii dhabee, balleessa malee mooraa barnotaa keessaatti akka bineesaa itti dhukaasuun ajjeefama jira, kaan hidhatti guurame, kaan eessa buuteen isaa hin beekamu, kaan biyyaa arii’ame Hambii wayyaanee 2ffaa itti ta’ee itti roorrisa jira, Oromoo uummaanni miliiyona 40tti lakka’amu biyyaatti keessaatti aangoo dhabuun rakkinota kana dhalchee jira. Isinumtii warrii diinaaf ergamtuu fi baandaa taatanii jiraachuu murteffatan kun illee angoo mirga dhuunfa keessani kabachiisuu illaa akka hin qabne ragaan orma miti isinuma mataa keessani, Angoon isin qabdan Oromoo mirga kee siif iyyuu kabachiisuuf abbaa irretiin mormaa jiru basaasuu, fi ergamtuu diinaa taatee jirachuu qofa.

Haaluma kanaan Mooraa Yuunivarsiitii Jimmaa Keessatti basaasatotni garaa isaniif jedhanii ilmaan Oromoo jala fiiguun diinatti argisiisuun gootota Sabboontota Baratoota Oromoo barnotaa isanii irraa hiisisaa, ariisiisaa fi guyyuu sabbontotni kunneen immoo akka hordofamanif diina jala fiiguun ilmaan Oromootti quba qabuun dhiigaa ilmaan Oromoo dhugaa fi Foon baratoota Oromoo nyaachuun har’a kan geessaan ta’uu mirkanaa’era.

South Africa’s Nelson Mandela dies in Johannesburg

Aside

South Africa’s first black president and anti-apartheid icon Nelson Mandela has died, South Africa’s president says.

GreatMenTaddesseMandela2012

Great Men: Taddesse Birru (L) and Nelson Mandela, 1962

December 5, 2013 (BBC) –Mr Mandela, 95, led South Africa’s transition from white-minority rule in the 1990s, after 27 years in prison.

He had been receiving intense home-based medical care for a lung infection after three months in hospital.

In a statement on South African national TV, Jacob Zuma said Mr Mandela had “departed” and was at peace.

“Our nation has lost its greatest son,” Mr Zuma said.

He said Mr Mandela would receive a full state funeral, and flags would be flown at half-mast.

BBC correspondents say Mr Mandela’s body will be moved to a mortuary in Pretoria, and the funeral is likely to take place next Saturday.

A crowd has gathered outside the house where Mr Mandela died. Some are flying South African flags and wearing the shirts of the governing African National Congress, which Mr Mandela once led.

The Nobel Peace Prize laureate was one of the world’s most revered statesmen after preaching reconciliation despite being imprisoned for 27 years.

He had rarely been seen in public since officially retiring in 2004. He made his last public appearance in 2010, at the football World Cup in South Africa.

His fellow campaigner against apartheid, Archbishop Desmond Tutu said he was not only an amazing gift to humankind, he made South Africans and Africans feel good about being who we are. He made us walk tall. God be praised.”

‘Bid him farewell’

“What made Nelson Mandela great was precisely what made him human. We saw in him what we seek in ourselves,” Mr Zuma said.

“Fellow South Africans, Nelson Mandela brought us together and it is together that we will bid him farewell.”

Tributes have come in from around the world.

US President Barack Obama said Mr Mandela achieved more than could be expected of any man.

“He no longer belongs to us – he belongs to the ages,” Mr Obama said, saying Mr Mandela “took history in his hands and bent the arc of the moral universe towards justice”.

Mr Obama, the first black president of the United States, said he was one of the millions who drew inspiration from Mr Mandela’s life.

FW de Klerk, who as South Africa’s last white president ordered Mr Mandela’s release, called him a “unifier” and said he had “a remarkable lack of bitterness”.

He told the BBC: “I think his greatest legacy… is that we are basically at peace with each other notwithstanding our great diversity, that we will be taking hands once again now around his death and around our common sadness and mourning.”

UK Prime Minister David Cameron also paid tribute, saying “a great light has gone out in the world”.

Earlier this year, Mr Mandela spent nearly three months in hospital with a recurring lung infection.

He was moved to his home in the Houghton suburb of Johannesburg in September, where he continued to receive intensive care.

BBC

More reading on Mandela and Oromo:

3. The story of Oromo slave; How an Ethiopian slave became a South African teacher
2. Nelson Mandela’s pistol, “A gift by Ethiopian General- Biru Tadesse” remains a hidden treasure decades later
1. Mandela and Tadasa Biru, the mystery of Mandela’ Gun

Aside

Walaabuu Media Foundation Launch Program

mwmflaunch

Dargaggoonni A/Kuyyuu Sirna Mootummaa Wayyaanee Balaaleffachuun Diddaa Dhageessisan.

Aside

Muddee 05,2013

Gabaasaa Qeerroo Shawwa Kaabaa magaalaa Kuyyuu irraa ibsuun Muddee 2/2013 barattootni sadarkaa 1ffaa fi 2ffa magaalaa Kuyyuu walitti dhufannii mootummaa wayyaanee sirnaa fi gocha isaa balaaleffachuu irratti dhaadannoo dhageessisaa turaniiru. Akka madda gabaasichaatti dhuma mana barumsaa isaanii galgala keessaa saa 4:30 irratti(10:30 local time) daandii irra osoo gara manaatti galanii barataan hunduu daandii tokko irratti hiriiruun sagalee balaa fi jabaadhaan akkana jechuun uummata dhageessisaa turaniiru.

Gumaa dhangalauu dhiiga ilmaan oromoo waltoomaan haa baasnu!!

Bilisummaaf wareegama haa gumaachinu!!

Nuti oromoodha habashaa miti!!!

We Are Oromo Fist!!….

Garboomuf hin dhalanne kan nu garboomsuuf dhamau nurraa haakau!!!

Umuriin abbaa hirree haa gabaabbatu!!

Jechuu fi sochii garagaraa kan qondaalota wayyaanee magaalaa sanii yaaddeessu daandii irratti agarsiisuudhaan kakaumsa guddaa uummata keessatti uumanii jiru. Kanaan wal qabatee barattoota hanga kana qoratanii akka kaayyoo isaaniitti yakkaan qabuun isaaniif hin dandaamne waan tahef Qeerroon Adda Bilisummaa Oromoo kutaa magaalaa kana keessa seenee jira ykn barsiisotuma isaan barsiisantu shakkama jedhanii dhoksaadhaan barsiisotas qorachuuf itti deemaa akka jiranii fi akka walii galaatti aanaa kana keessa nama fuula haaraa yeroodhaaf sakattaaa,qoradhaa wal hordofaa kan jedhu ajaja akka baasani jiran maddi gabaasichaa addeessee jira.

Injifannoon Uummata Oromoof!

Gadaan Gadaa Bilisummaati!

SBO Mudde 04 Bara 2013

Aside

Aside

Qeerroo

በጎንደር ዩኒቨርሲቲ በትምህርት ገበታው ላይ እያለ በወያኔ ታጣቂዎች በግፍ የተገደለው ወንድማችን ግድያ አጥብቀን እናወግዛለን !!

የወያኔ መንግስት በኦሮሞ ወጣቶች ላይ በተደጋጋሚ እየፈፀመ ያለው የግፍ ግድያ በኦሮሞ ህዝብ ላይ የከፈተው የዘር ማጥፋት ዘመቻ አካል ነው !!

ወጣት አንተነህ አስፋው ለገሰ በ1983 ዓ.ም በዲላ ዞን፣ ፍሰሀ ገነት ወረዳ፣ ቀበሌ 02 ተወለደ፡፡ ይህ ወጣት ተማሪ በጎንደር ዩኒቨርሲቲ የ3ኛ ዓመት የማርኬቲንግ ክፍል /department/ ተማሪ ሲሆን ወደ ዩኒቨርሲቲ በ2004 ዓ.ም የገባና በ2006 ዓ.ም ይመረቅ የነበረ ነው፡፡ ይሁን እንጂ ህዳረ 24/2006 ዓ.ም ቁጥራቸው ከ60 በላይ ከሚሆኑ ከክፍሉ ተማሪዎች ጋር በመሆን ዳሽን ቢራ በተባለ ቦታ የግብዣ ፕሮግራም አድርገው ነበር፡፡ ከግብዣው ፕሮግራም በኋላ ከምሽቱ 3፡00 ሰዓት ላይ ወደ ዩንቨርሲቲው ቅጥር ግቢ እየተመለሰ ሳለ የኦሮሞ ተማሪዎች ለብቻቸው ተነጥለው የትግል ዘፈኖችን እየዘፈኑ ይሄዱ ነበር፡፡ የሀበሻ ልጆችም አካባቢውን በጩኸት በመበጥበጥ በመንገድ ላይ ሲንቀሳቀስ የነበረውን ሰው ሁሉ ሲደበድቡ ነበር፡፡ የኦሮ ልጆች በወቅቱ የትግል ዘፈኖችን ከመዝፈን ውጪ ያነሱት ሁከት አልነበረም፡፡ ሆኖም ግን ከዳሽን አለፍ ብለው “ቀሀ” የተባለውን ወንዝ ተሻግረው 18 ቀበሌ ሲደርሱ የሀበሻ ልጆች መንገዱ ላይ ተሰማርተው የነበሩ የወያኔ ታጣቂዎች ላይ ድንጋይ መወርወር ጀመሩ፡፡ የወያኔ ታጣቂዎችም እየረበሹ ያሉትን የሀበሻ ልጆች ትተው ትኩረታቸውን የኦሮሞ ልጆች ላይ በማድረግ እናንተ ኦነግን ታወድሳላችሁ በማለት ተኩስ ከፈቱባቸው፡፡ በወቅቱ በግንባር ቀደምትነት የትግል ዘፈኖች እየዘፈነ የነበረው አንተነህ አስፋው ሲሆን እሱን ጀርባው ላይ በመምታት ሌሎቹን በተኗቸው፡፡ ይህ ልጅ የተመታው ከምሽቱ 3፡30 ሰዓት ላይ ሲሆን ወዲያውኑ ወደ ዩኒቨርስቲው ሆስፒታል የተወሰደ ቢሆንም የደረሰበት ጉዳት ከባድ በመሆኑ ወደ ሚኒሊክ ሆስፒታል እንደተወሰደ እያለ ሂወቱ ሊያልፍ ችሏል፡፡ ከልጁ ሞት ጋር በማያያዘ ህዳር 25/2013 ከ3,000 – 4,000 የሚሆኑ የዩኒቨርሲቲው ተማሪዎች በተለይ የኦሮሞ ልጆች ወደ ሆስፒታሉ በሚወስደው መንገድ ላይ ሰላማዊ ሰልፍ በመውጣት “we need freedom”  “ነፃነት እንፈልጋለን”  በማለት ድምፃቸውን አሰምተዋል፡፡ ከዚህ በተጨማሪም የዩኒቨርሲቲውን ንብረት ያወደሙ ሲሆን እስካሁን ድረስ በዩኒቨርስቲው ቅጥር ግቢ የሚገኘው የኦሮሞ ተማሪ፣ አስተማሪና ሌሎች ሰራተኞች ትምህርትና ስራቸውን አቋርጠዋል፡፡ የሀበሻ ልጆች ግን ወደ ትምህርታቸው ተመልሰው  እየተማሩ ናቸው፡፡ ወያኔ ይህን ስልት የተጠቀመው  የኦሮሞ ልጆችን ለመጨረስ ነው ሲል የሪፖርቱ ምንጭ ይገልፃል፡፡ “በጥይት ተመትቶ ህይወቱ ያለፈውን ወገናችንን ደም ሳንበቀል አንቀመጥም ትምርቱም ይቅርብን” ብለው በርካታ ቁጥር ያላቸው የኦሮሞ ልጆች ትምህርታቸውን አቋርጠው እንደሚገኙ ሪፖርቱ ይገልፃል፡፡

ድል ለኦሮሞ ህዝብ !!

ገዳው የነፃነት ነው !!

Afaan Oromoo:- Ibsa Qeerroo Bilisummaa. muddee 2013

Afaan Amaariffaan:- በጎንደር ዩኒቨርሲቲ በትምህርት ገበታው ላይ እያለ በወያኔ ታጣቂዎች በግፍ የተገደለው

Dhaamsaa/Ibsa Maadhee Iftuu Barii Magaalaa Sulultaa Irra.

Aside

QerroooSadaasa 30/213/ Yeroo ammaa mootummaan Wayyaanee kaayyoon isaa hangafaa ilmaan oromoo lafa irraa dhabamsiisuu, uummata oromoo fi qabeenyaa uummata oromoos barbaadeessuu fi duudhaa mataa isaa irra oolfachuu akka tahe dhokataa miti. Kana qofa miti yakki inni ilmaan oromoo irratti raawwachaa jiru suukkanneessaa fi hedduu gaddisiisaa akka tahe uummata oromoo biyya hambaa jalaas dhokataa miti,rakkoon saba bal’aa hanga mootummaa addunyaatti beekamaa kan dhufeedha. Kun hammaataa dhufus egaa ifa gala kan tahe yeroon isaa amma yeroon itti mirgi abbaa biyyummaa keenyaa, walabummaan biyya keenyaa fi bilisummaan saba keenyaatti ifaa ifatti tahuuf deemu kana keessatti nutis qooda guddaa keessatti fudhachuuf tokkummaa keenya akka utubaa sibiilaa jabeessinee darbinee uummata dachee Oromiyaa guutuu irra jiraatu kana tokkummaa isaa jabeessuudhaan daandii nuti irra qajeelle kana irratti dachaasuuf yeroo nuti murannoo fi kutannoo qabnuu fi haamilee jabaadhaan kaanee mirga abbaa biyyummaa keenya kan sarbe kana mootummaa wayyaanee of irraa fonqolchinee gara dirree bilisummaatti bahuuf murtoodhaan itti seenne tahuu isaa hanga hundee dhaabatti nu hubadhaa jechaa gabaabsinee ammo ejjennoo qabnus kanaa gaditti kan tarreeffanneedha.

ü Hanga bilisummaa keenyaa fi walabummaa biyya keenyaa ija keenyaan arginutti sodaa fi naasuu malee,daaraa fi  beela osoo hin sodaatin hanga dhumaatti dhaaba ABO fi WBO waliin qabsoo finiinsuuf kutannoo keenya ibsanna.

ü Nuti akka ijaarsa gurmuu maadhee Iftuu Bariittis tahee akka dhuunfaa dhuunfaa keenyaattis mootummaa wayyaaneef yeroo sodaa fi jibleenfannaa hin qabnu,amma yeroon yeroo waanjoo garbummaa of irraa fonqolchuu fi godoo roorroo jalaa bahuuf tattaaffii keenya daran jabeessinee hanga dhumaatti deemuu keenya murtoo qabnuun waadaa keenya haaromsina.

ü Yoomiyyuu walabummaa oromiyaa fi bilisummaa saba keenyaatti ni amanna,kanaafuu walaboofne jiraachuuf qabsoo gama keenyaatiin ni finiinsinaaf waadaa qabnu jabeessina.

ü Nuti maadheen Iftuu Barii ajajaa fi dirqama dhaabni keenya ABOn nu dursuun durfamnee yoomiyyuu qabsoo hanga wareegamaatti ni tarkaanaffanna kun waadaa keenya cimsinee yeroodhaa yerootti haaromsinuudha.

ü Lafti uummata oromoo irraa fuudhamee abbaa qabeenyaaf laatameef, uummata mana isaa irraa buqqa’ee bakka biraatti socho’aa jiru…….  Sochii dargaggoota biyyoolessaa keessatti hirmaannee kan sichitti tahuuf deemu gocha mootummaa wayyaanee kana dura akka dhaabbannuu fi uummata lafa isaa dhabee fi mana isaa ariyame bakkatti deebisuuf qabsoo barbaachisu ni raawwanna.

Injifatnoon Uummata Oromoof!

Gadaan Gadaa Bilisummaati!

The Legacy of Violence: State Terrorism of TPLF-led Ethiopian Government Using Anti-Terror Law on Political Dissident Must End

Aside

abo

The research and information unit of the Oromo Liberation Front (OLF) has conducted a study on the allegiance that accounted for some political prisoners to be sentenced or otherwise been unjustly detained. The herewith attached partial list of political prisoners has been collected from prisons of Kaliti, Torhailoch (Military Police Prison), Maikelawi and Kilinto. Almost all prisoners are charged for act of terror, violation of territorial integrity, attempts to overthrow the constitutional order by violent means and being suspected member of OLF or any other organizations. These political prisoners are ranging in age from young high school and University students to elderly civic society leaders. Professionally, they are also diverse – from farmers, businessmen, government employees, political leaders, journalists and etc. The overwhelming portions are Oromos and some are also from different nations and nationalities of Ethiopia.

Most of these political prisoners already gave prison service for several years; many of them are tortured and subjected to irreversible mental damages, and some of them were shot to death in the course of time.

Since the fall of Transitional Government in 1992, Ethiopian authorities continued to severely restrict basic rights of freedom of expression, association, and assembly. Violation of human rights is a daily record of the regime. Instead of solving the root cause of political conflict, it rather declared war on the Oromo people and its vanguard Organisation, the OLF. Consequently, many thousands of Oromos and other nationals were arbitrarily arrested and detained and remain at risk of torture, ill-treatment and extrajudicial killings. Many of them were executed during peaceful demonstrations due to excessive use of force by police or security agents.

The TPLF regime promulgated and adopted the restrictive Anti-Terrorism Proclamation in 2009. This regime, which from its very initial, was known for its massive human rights violations is currently using this law to justify all atrocities it conducted. In this attempt to hood wink opinions of the international community, the EPRDF regime is still trying to make others believe that the current problem of the empire is act of terror but not deep rooted political conflict of domination.

The OLF vehemently opposes any forms of terrorism and reject the use of terrorism neither as a form of struggle nor also for suppression of dissidents by states. Thus, we denounce the Ethiopian state terrorism that is used to crush any form of struggle and decent.

OLF is cognizant of, and appreciate the concern of various human rights advocating organizations and some democratic governments that expressed their concerns about Anti-Terrorism, Press and Civic society laws of Ethiopia on various international forums.

In a country like Ethiopia where the government structure is monopolized by a single ethnic group, legalizing the abuse of the universal human rights is a way that leads for the establishment of a totalitarian system which is more sustaining than a simple personal dictatorship. Therefore, OLF alarms that the dangerous political development sustaining over Ethiopia demands more than just a concern but towards a proactive action of the international communities and UN member states. We denounce legalized form of state terrorism and call up on the international community to exert diplomatic pressure on Ethiopian government to release all political prisoners unconditionally and repeal these brutal and repressive laws.

Victory to the Oromo People!

Oromo Liberation Front

December 2, 2013

Attached is Partial list of political prisoners of Ethiopia

FILANNOO 2015 DURA ABO LAAMSHEESSUU !!

Aside

FINIINEE  FINFINNEE (1991)

GULLALLEETI

barruuSochii siyaasaa keessatti odeeffannoon bakka ol aanaa qaba. odeeffannon guddaadha , xiqqaadha hin jedhamu. Warri muuxannoo ga’aa qaban akkas jedhu.”ODEEFFANNOON HIN TUFFATAMU, HIN JAJAMU” jedhu.diina mo’achuuf tarkaanfiin jalqabaa odeeffannoo argachuu fi haala odeeffannoo irratti hundaa’uun irratti hojjachuudha. Kana dhalli Oromoo hundi bakka jiru maratti waan of eeggachuu fi shira diinaa kana fashalsee irra aanuuf irratti hojjachuu qaba. Yoo siyaasa keessa hin jirru ta’e illee , waan sabummaa keenya irratti hojjatamu odoo ijaan arganii BIRA taruun yakka. Rakkoo yertuu nu keessa jirruuf jennee, ykn wal dhabbii sadarkaa dhunfaatti wal irraa qabnuuf jennee, Qabsoo obboleyyan keenya itti dhumaa jiranii fi hiraaraa jiran yennaa miidhamu ilaaluun wallaalummaadha. Odeeffannoo walii laachuun lubbu walii oolchuu ta’uu habadhaatii bakka jirtanitti diina mana keenya seenee nu diiguu fi qabsoo keenya kolaasuuf yaalu irraa ofis , ummata keessanis, dhaaba keessanis  tiksaa. 

Haalli biyya keessa jiru haalaan yaaddeessaadha.Seenaa Qabsoo Ummata Oromoo keessatti waa hedduu argineerra. Haalli sirna wayyaanee dadhabee, ofiin kufutti wayita dhihaatu, dhaabbilee mormitootaa hedduun keessa isaanitti rakkoo ulfaataatu dhalata. Yeroo dhaabbileen kun rakkoo keessa isaaniin tarkaanfachuu dadhaban, wayyaaneen deebitee lubbu horatti. Seenaa kana yeroo hedduu taajjabneerra. Wayyaaneen har’a dhaabbilee mormitootaa addatti ABO irratti shirri gaggeessitu daangaa hin qabu. Angoo isheef kan sodaattu fi irriiba itti dhabduus sochii qabsoo Ummata Oromoo ABOn hogganamuudha. Kana laamsheessuuf waggoota Angoo irra jirtu kana hundaa ifaajjaa jirti. Wayyaaneen har’a ABO dhabamsiisuu akka hin dandeenye akka gaaritti hubattee jirti. Maallaqi ABO dhabamsiisuuf ba’e Biyya tokko ijaara ture yoo jenne dhugaa irraa fagaachuu miti. Bajati ramadamu kun , Dingadee Biyyaa laaffisuu isaatiin, Maqaa Gooleessummaa jedhuun Addunyaatti hidhatanii itti duuluun har’a daran jabaate itti fufee jira.

Shiroonni wayyaanee ABO irratti gaggeeffaman lakkoofsa hin qaban. Garuu tokko tokkon adda baafamee yk tarrifamee, irratti hojjatamaa jiraachuu akka dansaatti beekna.barruun Biyya keessaa ba’ee warra alaan isini dhaqabe kun, ta’innaa yk ta’u malaa miti . haqadha. nuuti SHIRA wayyaanee akka xaafii ijaa heddummaate kana dandamatee, har’allee wayyaaneef yaaddoo guddaa kana ta’e ABO guddoo dinqisiifanna. Kana jechuun miidhaan irra hin geenye jechuu keenyaa miti. Of eeggachuu dhabuu irraa balaan irra hin geenye jechaas hin jirru.. Garuu har’allee of qulfulleessaa jiraachuu isaa wayita dhageenyu itti gammanna. Qabsoon Adeemsa malee murtee guyyaa tokko miti jennee waan amannuf..yeroo Baayyee dhaabni kun jabaataa wayita dhufu waa tokkotu keessatti dhalata. Kun ammo, shira diinaa dhaabicha keessatti karaa namoota dadhaboo seenu irraa akka ta’e ifaadha. FILANNOO 2015 DURA ABO LAAMSHEESSUU !