FALMAA BILISUMMAA [K.1ffaa Dirree Qaanii/Hallayyaa Dukkanaa] MUST WATCH!

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa,Guraandhala 16,2015

Aside

ETHIOPIA: Political Violence Intensifies as the fifth National Election Approaches

Aside

HRLHA Fine

HRLHA Urgent Action

February 16, 2015

According to a schedule released by the National Electoral Board of Ethiopia, citizens will go to the polls to elect a new government on 24 May 2015. It will be Ethiopia’s fifth national election since EPRDF came to power in 1991.

In connection with the coming National Election of Ethiopia, the ruling EPRDF government has begun to wage a widespread campaign to secure again the 99.6% of parliamentarian seats it has controlled since 2010- the seats it acquired by electoral fraud.  As the election date of May 2015 approaches, the government of Ethiopia has unabashedly continued its systematic violence against opposition political parties’ leaders, members, and supporters.  Candidates of the opposition political parties are the major targets in all regional states in the country including the capital city, Finfinne/Addis Ababa.    For example, the information that the HRLHA has obtained through its correspondents indicates that hundreds of election candidates of the opposition OFC (Oromo Federalist Congress) party from most zones of Oromia Regional State have been arrested and sent to prisons.

In the most recent wave of arrests and imprisonments that has been going on since the first week of January, 2015 and which has touched almost all corners of Oromia, hundreds of OFC party leaders, members and supporters from all walks of life have been taken from their homes and work places and sent to prison.

More:- http://www.Ayyaantuu.com

Fiilmii “AMAANAA” Yaadatnoo Barattoota Oromoo Bara 2014 FDG Irratti Wareega Kafalanii/Gamadoo Jamaal-n

Aside

Oromo TV:AMAANAA movie in Little Oromia

Kaasi Gowwaa Rafu !! Wallee Haaraa Hawwisoo Qeerroo Bilisummaa Oromoo Sadaasa 1, 2014

Aside

Kaasi Gowwaa Rafu !!

Oromo Voice Radio (OVR) broadcast, February 16, 2015

Aside

Hogganni Ol-Aanaa EPRDF/TPLF Abbooy Tsahaye Jechoota Jajjaboon Uumata Oromoo fi Garee Ofiin Bulchan OPDO Arrrabse.

Aside

10917270_10205391256039364_4793471381678710299_n  Hogganaan Sirna of tuulaa Wayyaanee EPRDF/TPLF Olaanaa Abbaay Tsahaye jechoota dhiiga nama danfisuun uummata Oromoo hundaa arrrabse. Addatti immoo OPDO hidhee reebuuf akka niitii isatti biroo isatti olgachee doorsisaa jirachuu ifatti ibsame jira. Sababaan guddaan  hogganootni Abbaa Irree Wayyaanee EPRDF/TPLF  gaaffii mirgaa abbaa biyyummaa fi karoora Oromoo lafa irraa baalleessuuf maqaa ‘’master plan Finfinnee’’ jedhuun duula Oromoo qe’ee irraa buqqisuu, aadaa Oromoo balleessuu, afaan Oromoo quucarsuu,lafa Oromoo irraa fudhachuun uummata isaanii fidanii irra qubsiisuuf karoorfatan irratti mormii guddaa kaachisuun hoggansii  sochii dargaggoota Qeerroo barattoota Oromoo FDG irratti dhoosuun wareegama qaalii itti kanfalaa jiraachuun walqabatee,  yaaddoo fi dhiphina hamaa hogganoota EPRDF/TPLF mudateen waan qabanii gadhiisan dhabuun jecha Ilma namaa irraa hin egamneen uummata Oromoo arbsaa jiraachuu hoggansii qeerroo bilisummaa Oromoo gadi jabeessuu balaaleffate sochii wayyaanee kana dura dhaabbachuun wareegama qaalii kanfaluuf qophii ta’uu uummata Oromoo hundaaf ibsa godhe jira.

Sirna mootummaa Wayyaanee hundeen buqqisuuf walcina dhaabbatnee mirga keenyaa fi eenyummaa keenya kabachiifachuuf harka walqabatnee wayyaanee irratti FDG itti fufinsa qabuu haa gaggeessinu.  Oromoo qe’ee kee irratti, qabeenyaadhuma kee irratti  diinni lokkofsa hin guutne qaawwee dahoo godhatee jecha ilma namaa irraa hin eegamneen sii arrabsuu fi uummata guddaa kana sii tuffachuun wayyaaneef kufaatii isa dhumaa ta’uu qaba.

 Jaarmiyaalee qabsoo bilisummaa Oromoo hundaaf  Wayyaanee waliin karaa nagaa qabsaa’uu fi jiraachuun tasumaa akka hin danda’amne jarmiyaaleen qabsoo bilisummaa Oromoo beekuu fi hubachuu qabu wayyaaneen hardha maqaa dimookiraasii sobaa fi filmaata dharaa gaggeessuuf dhaadachaa jiruu kaleessaa fi hardha uummaata Oromoo karaa nagaa fi dimookiraasii gaaffii mirgaa abbaa biyyummaa gaafachaa jiruu julmaan ajjeesuun yakka genocide Oromoo irratti gaggeessa jira, ilmaan Oromoo kumoota dhibbaan lakka’aman hidhatti guuree darara jira, barattoota Oromoo qalama malee homaa of harkaa hin qabne rasasaan tumee ajjeesaa jira, barnoota irraa arii’achaa jira, Oromoo tuffachuun jecha ilma namaa irraa hin eegamneen Oromoo arrabsaa jira, Oromoon kana hundaa utuu arguu wayyaanee waliin jiraachuun yakka seenaan dhiifama gochuufi hin dandeenye keessa seenuudha. Kanaafuu uummatni Oromoo fi Jaarmiyaaleen Siyaasa Oromoo wal hubachuun mirga Oromoo kabachiisuuf gara dirree FDGtti akka makamtan Qeerroon Bilisummaa Oromoo waamicha dabarsa.

ሕወሓቱ አባይ ጸሃዬ ሰሞኑን በኦሮሞ ሕዝብ ላይ ዛቱ ::

Aside

Oromo Voice Radio (OVR) broadcast, February 14, 2015

Aside

MAAL DHABDE GARAAn KOO?

Aside

Fra’ol Guutuu Irraa
barruuMaal taate mar’atta maal dhabde garaakoo
Maal sibarabaachise maal hawwite laata
Du’a moo jireenya kamiin naan gaafatta?
In beelofte immoo in dheebotte laata
Anoo kana jiru bakkeeen ani oolu lafa onaa keessa
bineessa nuun marsee nuun nyaachuuf diddicha
Gaafii holqa keessa gaafi dachee gogaa
Mar’ummaan koo hidhee meeshako qabadhee
Gabrummaa halagaaf harka hin laadhu jedhee
Abbootiii,haadholii,daa’imman ,dargaggoo
Lafa irra kan fixee, qomooko mancaase
Hegeree biyya koo dukkana taasisuuf
Agartuu koo jaamsuuf hiddakoo mancaasuuf
Kanaaf hidhee bahee, dhagaa boraafadhe
Baalaa fi hidda mukaa irbaata godhadhe
Fixeensa ganamaan afaankoo jiifadhe
Hadhooftuu jireenyaa dhugee habuuqadhe
Du’aa hin hafu jedhee abbakon kakadhe
Hin boo’iin harmeeko hin aadiin garaako
Gaafa rabbi jedhe boojuu fudheen gala
Faajiko qabadhee bakkalchakon ibsa
Daangako diigamte olkaaseen biqilcha
Qomokoo mancaate deebiseen ijaara
Hiyyummaa fi gabrummatti xumurashen hima!
Anis akka biyyaatti jiraachuukon hima
Dabareekoo eegeen Adunyatti hiriira
Kaartaa Adunyatti jiraachuukon hima

OROMIYAAN BIYYA!

Fra’ol Guutuu irraa