Wallagga Magaalaa Naqamtee

Aside

IMG_20160806_111358 IMG_20160806_113412 IMG_20160807_103602 Screenshot_2016-08-07-14-04-12 Screenshot_2016-08-07-14-23-12 Screenshot_2016-08-07-17-26-22 Screenshot_2016-08-07-17-29-58 Screenshot_2016-08-07-17-40-07

Mormii Sira Wayyaanee Baha Harargee Dadar

Aside

Dadar Dadar1

SBO: Hagayya 07 Bara 2016. Oduu, Hiriira Warraaqsa FXG Guddicha Guutummaa Oromiyaatti Gaggaffameen Dhumaatii lammiilee Oromoorra Gahe ilaalchisee Dhaamsa Hayyu-duree ABO fi Ibsa ABO Akkasumas Haala Hiriirichaarratti yaada Jiraattota Godinaalee Oromiyaa adda addaa.

Aside

Guyyaa har’aa reebicha hammeenyaa waraanni Agaazii dargaggoota Oromoo irratti raawwatte.

Aside

“Dhiigni Mucaa koo dhangala’ee hin hafu! Oromiyaan ni bilisoomti” Jedhti haati Qabsaawaa Qeerroo guyyaa har’aa Hagayya 6,2016 Wareegame. Godina Wallaggaa magaalaa Gimbii keessatti.

Aside

“Dadhabdeetti Jaari Naa Jabaadhu Qeerroo Koo”

Aside

FXF Godina Kaaba Shaggar magaalaa Caancoo Hagayya 6,2016

Aside

Guyyaa Har’aa Godina Lixa Shaggar Hoolota Keessatti Ficila Xumura Gabrummaa Gaggeeffame

Aside

Holota Holotaaa Holotaaaa Hoooolotaa

Gootota Qeerroo Bilisummaa Godina Lixa Shaggar Magaalaa Gincii

Aside

Godina Baalee Magaalaa Roobee Keessatti Diddaa Gabrummaa Ummati Oromoo Guyyaa Har’aa Bahe.

Aside