(Yahoo Sports) Ethiopian marathoner makes political protest at finish line

Aside

August 21, 2016

By Kevin Kaduk

(Getty Images)

(Getty Images)

(Yahoo Sports) — With the eyes of the world upon him, Ethiopian marathoner Feyisa Lilesaused the stage of Sunday’s Olympic marathon to daringly protest his own government back home.

As he neared the finish line and a silver medal, Lilesa raised his arms to form an ‘X’. The gesture is a peaceful protest made by the Oromo people, the largest ethnic group in Ethiopia and one that is facing a brutal response to widespread protests that began late last year.

Human Rights Watch estimated in June that 400 people have been killed and thousands more injured as the government attempted to stop the estimated 500 protests that the Oromo people staged to draw attention to systemic persecution by the govermnent.

Lilesa is from Oromia, which is home to a large majority of the country’s 35 million Oromo. He didn’t back down from the protest after the race either, flashing the sign for cameras as a press conference and pledging to do it again during Sunday night’s closing ceremony.

Rule 50 of the Olympic charter bans political displays or protests and the American duo of Tommie Smith and John Carlos was famously stripped of its medals after the pair flashed the black power salute on the medal stand at the 1968 Summer Games.

Lilesa, however, has bigger things to worry about than just losing a medal as such dissent puts his life in real danger if he returns to Ethiopia.


 

What makes Feyisa Lilesa different in today’s Olympics Marathon

Aside

What makes Feyisa Lilesa different in today’s Olympics Marathon

Athlete Feyisa Lilesa, who clocked 2nd and took Silver in this year’s Rio Olympic in men’s Marathon, crossed the finishing line with his hands crossed, a sign that is now widely recognized as a symbol of civil resistance in Ethiopia, a country gripped by successive anti-government protests which began in Nov. 2015,
lilesa

Continue reading

Haala Yeroo fi Fincila Xumura Gabrummaa(FXG) Irratti Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname.

Aside

cropped-qeerroo-edit.jpg

Haala Yeroo fi Fincila Xumura Gabrummaa(FXG) Irratti Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Kenname.

Hagayya 20,2016

Qeerroon  Bilisiummaa Oromoo Sochii Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Akka waliigalaatti bifa jaarmiyaalee qabsoo bilisummaa hundaa hirmaachiisee fi beektoota Oromoo  fi uummata Oromoo dammaqsuun dirmachiiseen Ebla 11/2014 irraa eegaluun Sochii Warraaqsaa biyyooleessa Oromiyaa FDG irraa hamma FXG bifa qindaa’ee fi ammayyoomeen  Qeerroon Bilisiummaa Oromoo finiinsuu nan eegale. Sadaasa 12/2015 torbaan tokko keessatti guutummaa Oromiyaa dhuunfachuun uummatni  Oromoo haala kamiin osoo hin daandgeefamiin bilisummaa isaa fi  Walabummaa Oromiyaaf falmachuun  Wareegama qaalii baasuun lubbuun ilmaan Oromoo 850 olii  Wareegamuun , kumoota kudhanootaan rasaasaa agaazii Wayyaaneen Kan madeeffamanii fi kumoota dhibbootaan kanneen lakkaa’aaman jumlaan ukkaanfamuun baadii tokko malee Oromummaa yakkamuun kan  hidhaaman yoo ta’uu;  Qabsoon Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG utuu takkaa addan hin citiin marsaa 8ffaaf  itti fufinsaan gaggeeffamuun teessoo mootummmaa abbaa irree raasuu irraa darbee akka sirnatti sirna federaaliziimii fi dimookiraasiin wayyaaneen ganna 25 oliif ittin Addunyaa sobaa  turte ifatti kan saaxileefi buulchiinsaa sobaa maqaa OPDOn dahachuun waggaa 25 oliif uummata gowwumsaa turan diiguun Wayyaaneen bulchiinsa Oromiyaa zoonii waraanaa 8 jala galchuun sadarkaa waraanaan bulchutti kan jijjirrate yoo ta’uu; OPDOf uummanni Oromoo wal irraa gargar bahuu kan danda’ee jiruu fi sochiin kun seenaa Qabsoo Bilisiummaa Oromoo keessatti boqonnaa haaraawaa kan baneefii saboota cunqurfamoo biyyatti irraa illee dirmannaa argachuu fi fakkeenyummaa garii “Akka qabsoo Warraaqsaa biyyoolessaa Oromiyaa FXG” (like Oromoo Protest ) jechuun mirga isaaniif falmachuuf kanneen Wayyaanee jala dhaabbachuu eegalaan jiraachuun beekamadha.  AKKASUMAS kanneen Wayyaanee kufaatii jala geessee waan jirtuuf qooddannaa bu’aa Sochii warraaqsaa kanaatti of waamuu fi bu’aa battalaaf fiigaa jiraan illee jiraachuu Qeerroo Bilisiummaa Oromoo hubachuun warraaqsaa biyyoolessaa Oromiyaa daran jabeessuun  abbaa irree Wayyaanee EPRDF/TPLF/OPDOtti xummura gochuun bilisummaa keenyaa gonfachuuf haala qabsoo bilisummaa Oromoo Warraaqsaa FXG fi haalaa biyyattiin keessa jirtu ilaalchisuun ibsa Gabaabaa itti aanuu  kana uummata Oromoo hundaafi jaarmiyaalee Qabsoo Bilisummaa Oromoo fi beektoota activistoota Oromoo hundaaf dabarsee jira. Continue reading

Engineer Balaay Waaqasaa fı Barsıısaa Gaaddisaa Abdıısaa Kan Keessatti Argaman Sabboontoti Hedduun Hidhaatti Guuramaa Jiru.

Aside

Engineer Balaay Waaqasaa

Engineer Balaay Waaqasaa

Hagayyaa 20,2016 Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa FXG Marsaa 8ffaaf Utuu walirraa hin citin gaggeeffamaa jiruun walqabatee Torbee Darbee warraaqsaa Magaalaa Fınfınnee Keessattı Gaggeeffameen İlmaan Oromoo qaroo hawaasaa ta’an 3500 Oliittı lakkaa’aman Magaalaa Fınfınnee qofa keessa ukkaanfamuun gara dabarfaman  Kan Hojjetaa İnstitutii Magaalotaa Oromiyaa Engineer Balaay Waaqasaa fı Barsiisaa Gaaddisaa Abdiisaa keessattı argamaan Mooraa Leenjii Waraanaa Wayyaanee Awwaas Arbaa Jedhamuu bakka Maatıın illee arguu hın dandeenyettı hıdhamuun dararamaajıeaachuu Maddeen Qeerroo Bilısummaa Oromo gabaasan.

Barsıısaa Gaaddisaa Abdıısaa

Barsıısaa Gaaddisaa Abdıısaa

  Uummatni Oromoo ılmaan ısaa hıdhaman hııksıfachuufı kanneen Wareegamaan Gumaa baafachuuf Qabsoo ısaa roga hundaan jabeeffachuun mııtummaa wayyaanee hudhee qabuu akka qabnu hubachıısuun mootummaan abbaa ırree ılmaan Oromoo bakka ukkaamsee jıruu hundaa akka hııksıfannuuf Qabsoon Warraaqsaa Bıyyoolessaa Oromıyaa bakka hundaa ıttı jabaachuu akka qabvu hubachııfna!! SuuraanArgıtaanKunkanEngıneer Balaay Waaqasaa fıBarsıısaa Gaaddisaa Abdıısaatı!

Godina Arisii Lixaa Keessatti Humni Waraanaa fi Poolisa Wayyaanee TPLF Oromoota Nagaa Magaalaa Asaasaa Keessaa Hidhaatti Guuraa Jira,Kaan Ammoo Qabsuuf Karoora Baafachuun Isaa Saaxilame.

Aside

because-i-am-oromoHagayya 20,2016 Komishiinii poolisii godina Arsii lixaa keessaa ergamtoonni Wayyaanee OPDOn halkan edaa magaalaa Asaasaa keessatti hiriira yeroo darbee irratti magaalaa hanga baadiyyaa walitti qabdee hiite walitti qabdee gara kaampii waraanaa malkaa waakkannaatti fe’aa bulte, amnas asuma magaalaa Asaasaa keessaa namoota 35 hidhuuf akka qophiirra jirtu kan dhagayame yoo ta’uu namoonni isiin hidhuuf ergamoota magaalaa keessa babbaastee jirtu keessaa Continue reading

SBO: Hagayya 21 bara 2016. Oduu, Ibsa Tumsa Ummatootaa Bilisummaa fi Dimokraasii(PAFD) fi Gabaasa hiriira mormii hawaasa Oromoo Ameerika-Miniyaapoolis, Awustiraaliyaa-Meelborni fi Afrikaa Kibbaa-Johaanisbargitti gaggeeffame ilaallatu.

Aside

Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo (SQ) Qophii Hagayya 19, 2016

Aside

Hidhaan Uummata Oromoo Irratti Daran Jabaatuu Qeerroon Godinaalee Oromiya Garagaraa Irraa Gabaase.

Aside

Because I am OromoHagayya 19,2016  Gguyyoota lamaa asitti godinaalee Oromiyaa hundarraa Qeerroon hidhamaa jiru. Sababa addaa hin qabu gochi addaas hin jiru garuu Bilisummaan waan dhiyateef wayyaaneen kufaatii ishees waan mirkaneessiteef jecha uummata oromoo hidhaatti guuruu murteesse. Kaan tarkaanfii ajjechaan diinni uummata oromoo irratti aggaamee jiru biraa deebihaa kan hin jirrree fi bakka uummanni fi iji namaas hin arginetti ilmaan Oromoo ajjeessuunis Oromiyaa keessa magaalota tokko tokkotti kan mul’ataa jiru tahuunis Qeerroon gabaasaa jira.  kun uummata Oromoof haaraa tahuu baatus FXG oromiyaa keessatti isa xumuraa itti fufuu irraan amma hidhaan daran jabaatee jira.
Godina Qellem ona garagaraa irraa Qeerroon gabaasaa jiruun fakkeenyaaf Anfilloo irraa namotni 15 ol tahan kaleessuma ukkaamfamuu akkasuma
Jimmaa Horroo irraa
–       Dargaggoo Hasan Jamaal
–       Dargaggoo Bulchaa Qalbeessaa
–       Dargaggoo Tizaazuu Akkattii fi
–       Dargaggoo Qalbeessaa Tolasaa kan jedhaman ukkaamfamuun gabaafamee jira.
Dabalataan onuma kana manneen jireenya namoota 4 WBO jiraachisu jechuun humna waraana Wayyaaneen sakatta’amuu irraa eegamaa jiraachuun kan gabaafame
–       Mana jireenyaa Lataa Wiirtuu
–       Mana jireenyaa Caalii Ganjoosaa
–       Mana jireenyaa Yaadasaa Danuu fi
–       Mana jireeenyaa Solomoon Gurichoo
Kan jedhaman humna agaaziitiin eegamaa jira. Akkasuma ona Gaa’oo Qeebbee, Gidaamii fi Begii keessaa ijoolleen dargaggeyyiin hidhaatti guuramaa jiru. Kun godina oromiyaa maratti akka tahes Qeerroon gabaasaa jira.
Godina Shaggar kaabaa, shagger Bahaa fi shaggar Lixaa Qeerroon hidhamuun daran jabaatee jira. uummannis hidhaanii fi ajjechan Bilisummaa nun dhorku nu doorsisuun FXG hin hambisu jechuun dhaadannoo isaa itti fufee jira. Hidhamtootni hedduun bakka itti hidhaman irraa bakka biroottis jijjiiramuudhaan hedduun namootaan bakka buuteen isaanii dhabamaa jira. Kanuma keessatti FXG ammas yeroo dhumaa kanaaf kan wayyaanee aangoo isheetti xumura taasisu itti fufuun uummannis gibira diduun, walgahiin wayyaaneen oromiyaa magaalotaa fi godinaalee adda addaatti gaggeessuuf uummata mariisisuuf deemtus bakka hundatti gara FXGtti jijjiramuu fi feshelatuun Wayyaanee isa dhumaa abdii kutachiisuudhaan bifa naasuutiin uummata hidhaatti guuruu murteeffachuun beekameera.

Stockholm syndrome : Who builds tunnels, hospitals, military camps and modern technology underground in Tigray

Aside

Dr. B.K.DERESSA,

BaarooThe Oromo people were colonized during the last quarter of the nineteenth century by a black African nation – Abyssinia – with the help of the European colonial powers of the day. During the same period, of course, the Somalis, Kenyans, Sudanese and others were colonized by European powers. The fact that  the Oromo were colonized by another black African nation makes their case quite special.

For more than 100 years, the Oromo people has been at war with enemies sworn to its destruction. Oromo people has done and still is doing all kinds of struggle in order to eradicate all those injustices and to regain his own god given freedom, full right to live as human being and rebuild his own country Oromia. The Oromo’s paid a heavy price to build Ethiopia but when it comes to power and money they are the last to touch the desk and when it comes to the human-right and equality they are the first to be victim of the system.  None of us on the earth choose to be born where we are born but once born, for example in my case, as an Oromo, there is no way I can change it. Unlike religion, behavior and attitudes towards nature, ethnic belongingness cannot be changed. That is why I cannot stop reminding at every chance I got the international community, TPLF elite and their puppet collaborators that as an Oromo, I am oppressed and I want my freedom and equality.

I am asking myself day to day, month to month and year to year why 50million of Oromo nation is languishing for so long time, so badly and inhumanly under minority rule ( previous one 25million and current TPLF rule 5 million) and while most of the Oromo’s are confronting our enemies with bare hands gallantly, why some of Oromo individuals and groups are working for our enemies TPLF junta. Like OPDO and individuals working in the embassies like ambassador Dina Mufti…etc and individuals in foreign business companies.??? Stockholm syndrome

HAMMEENYI CHAAYINAA FI RIMMAA TOKKUMA !!!!!

Aside

SEENAA   Y.G  (2005)

ethiochinaAmeerikaan, Ummati ammi kun miidhamuu ijaan osoo argituu maaliif wayyaanee gargaartii? kan jedhu gaaffii namoota hedduuti. Ameerikaan dantaa ishee irraa kaatee waa tokko akka murteessitu kan hubatus danuudha. Dantaa kana irraa ka’uun, wayyaanee irraan dhibbaa tokkollee akka hin geesifnee wayyaaneenu bareechitee beekti. Kanaaf hammeenyi ishee daangaa dhabee, dhiigni ilmaan cunqurfamoo akka bishaanii dhangala’uu taasifama. Ameerikaan dantaa ishee naannichatti gama hunaan  eegisiisuuf jecha, wayyaanee irra harka qabuun waan haqaati. Bara 1991 yeroo wayyaaneen Ameerikaa fi Ingilizii waliin mari’attu, Dolaara tokko Birri shan akka galchituu fi waggaa 20tti , Dolaara tokko birrii 20 akka geesiftuu waadaa seenuu warra keessa beekuutu dubbata. kanaaf karaa boroo ABO wal ga’iin ala godhan . Wayyaaneen Ameerikaa irraa waatokko wayita barbaaddu ykn akka itti hin dubbannee yennaa feetu, warra chaayinaa waliin waliigaltee adda addaa mallatteessitee midiyaan torban tokko guutuu odeessiti. Yeroo kana Ameerikaan rifattee harka gargaarsaa hiixattiif. Kun tapha wayyaaneeti. YKN dippilomaatoota Chaayinaa fi Raashiyaa simachuun Ameerikaa doorsifti. Kun shiroota wayyaanee lakkofsa hin qabnee keessaa isa xiqqoodha. Chaayinaan yeroo dorsiftu akkasuma. HAMMEENYI-CHAAYINAA-FI-RIMMAA-TOKKUMA