“Ayyoo Oromoo dhaa” Qaanqee Show

Aside

Qophii Kaayyoo

Aside

Haala Yeroo Irratti Hundaawuun Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Aside

cropped-qeerroo-edit.jpg

 

 

 

 

 

Haala Yeroo Qabsoo Bilisummaa Oromoo Sochii Warraaqsaa Biyyoolessa Oromiyaa FXG jabeessuu fi Ololoota farra Qabsoo Bilisummaa Oromoo İrratti fuulleeffachuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo marii gabaaba erga godhee İbsa qabxii 7 qabu ummata Oromoo hundaaf dabarse.

Sochiin Warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa FXGn kabajamuu mirga abbaa biyyummaa fi kabajamuu mirgoota Dimookiraasiifİ bilisummaa Uummata Oromoo gonfachiisuuf yeroo irraa gara yerootti Hoogganummaa Qeerroo Bilisummaa Oromootiin finiina kan tureefi jiruu yeroo amma kana Caasaa sirna fi Siyaasaa mootummaa abbaa irree Wayyaanee kaan diigee fi bulchiinsa sirnichaa raasuun biyyattiin caasaa bulchiinsa Waraanaa jala akka galtu kan godhee jiru ta’uun beekamaadha.

Mootummaan Wayyaanee sirni bulchiinsa isaa warraaqsaa Biyyoolessaa Oromiyaa FXGn burkutaa’ee caasaa waraanaa qofa irratti rarra’ee maqaa bulchınsa waraanaa muddamaan labse (state of Emergence) jedhuun wayita biyyattin addatti Oromiyaan bulchiinsa Waraanaa jala galtee jirtutti dhaabni Maxxannee Wayyaanee fi Ergamtuun diinaa ilmaan Oromoo 3500 ol falmaa mirga abbaa biyyummaa irratti wareegamanii fi kumoota dhibbootaan madoo ta’anii waldhaansa dhabanii yeelalaa jiraniifi Uummata Oromoo Miliyoona walakkaa olitti lakkaa’amuu Manneen hidhaa biyyaatti bakkoota garaagaraatti hidhamanii dararamaa jiraniifi utuu itti gaafatama Seeraa fi Seenaa jala jirtuu afaan qaaniifi saalfii hin qabneen media irratti bahuun akka nama uummata Oromoof quuqama qabuu fi sabboonummaa qabuu fakkeessuun dhiyeenyaa mataan dhaaba ergamtuu diinaa kan ta’ee Lammaa Magarsaa haasawaa gochuun isaa shira wayyaaneen dargaggoota Oromoo dhaaba maxxannee Wayyaanee OPDO keessa turanii keessa dhiittatanii bahuun Warraaqsaatti makamanii falmachaa jiran gowwomsuuf shira itti fakkeessi ta’ee jettee wayyaaneen akka Lammaan Magarsaa akkas jedhee haasawaa godhee haa jedhamuu qofaafi ittin ololaa jaamaa ofuuf kan fayyadamte ta’uu Qeerroon Bilisummaa Oromoo gadi jabeessuun hubata; Continue reading

SBO Gurraandhala 12,2017. Oduu, Qophii haaromsa wayyaaneen baantu ilaallatuu fi Gaaffii fi deebii maanguddoo Oromoo Obbo Morkaa Dheekkamaa waliin godhame kutaa xumuraa

Aside

MAQAA HIN TA’U GARAANI!

Aside

“Barcumni har’a irra teesse
yoo kabajaa sitti horte
gumaan qeerroo si hin hanqattu
otuu samii gubbaayyuu korte”

 

Godina Arsii Magaalota Dodolaa fi Shaashamannee Keessatti Waraanni Wayyaanee Ummata Nagaa Dararaa Jira.

Aside

Gurraandhala 11,2017/ Godina Arsii Magaalota Dodolaa fi Shaashamannee keessatti waraanni Wayyaanee ummara dararaa guddaa irraan gahaa jiraachuun dhagahame,Daandilee Afran Shaashamannee seensisan hundaarratti imaltoota konkolaataa keessaa duuchanii sakkatta’uun cimee itti fufuun ummanni yeroon bahee akka yeroon manatti hin deebine gidhamaa jira, magaalli Dodolaatis bifuma kanaan dararaa ummataa keessummeessaa jiraachuu maddeen keenya gabaasaniiru.

“Gabrummaa Didde Ijoolleen” Wallee Warraaqsaa Artist Tufa Wadajo (Sanyii Taaddee) 2017

Aside

Seife Nebelbal Radio fi Qophii Qanqee Show Gaafi fi deebi Art. Saliha Sami waliin Gur 9 fi 10, 2017

Aside

Continue reading

OPHII KAAYYOO Guraandhala 8, 2017 Marii bakka bu’oota waldaa dargaggootaa Oromoo biyyaa alaa jiran Biqiltuu DC fi Egeree Atlanta waliin godhame.

Aside

ONN: “Ethiopian History” ESAT’s Way – Distortions and delusions of homeless Politicians – part 2

Aside