Chawo Chawo Wayyanee!! Gimbii Wallaggaa FXG Itti Fufe!

Aside

“Ka’i Ka’i Qeerroo” Wallee Haaraa Artist Dawitee Mokonnon, 2017

Aside

VIVA AMBO! Baattooti University Amboo gaaffii mirgaa qaban itti fufanii jiru!

Aside

Dhaamsaa fi waadaa Qeerroo Bilisummaa! Waan dhageeffatamuu qabu!!!

Aside

“Wayyaanee Isa Nyaatte Hoqqifta” Horroo Guduruu Magaalaa Shaambuu keessatti FXG Itti fufee jira.

Aside

Wallagga Magaalaa Shaambuu Keessatti Diddaan Qeerroo Itti Fufee Jira.

Aside

Horroo Guduruu Magaalaan Shaambuu Qeerroon Bilisoomtee Jirti.
Fincilli xumura gabrummaa guyyaa sadan kana deemeen alaabaan ABO/Oromoo waajjira bulchiinsa Magaalaa keessatti fannifamee magaalichi wallee ABO faarsuu fi dhadannoo warraaqsaan itti fufanii jiru.

Baddallee- Qabsoon Ficila Xumura Gabrummaa Itti Fufee Baddalleen Jabinaan ABO faarsaa Fincilaa Jirti!

Aside

Image may contain: 1 person, crowd, sky, cloud and outdoorImage may contain: 2 people, people smiling, selfie and closeup

Xumura Gabrummaa!!! Qeerroo Bilisummaa Oromoo!!!

Aside

“Chawo Chawo Wayyanee” Xumura Gabrummaa!

Aside

Gootota ilmaan Oromoo Qeerroo Bilisummaa
Godina Wallaggaa Angar Guttiin!
15/10/2017

Irreecha Wallagga Madiitti Guyyaa Kaleessaa Kabajame

Aside