[SQ, muddee 15,2015] guyyaa kaleessaa Adamaa Stitution Techonology University! Ilmaan Oromoo Calanqootti Waraana Wayyaaneetiin jumlasn ajjeefamaniif gadda isaanii yommuu ibsatan…!

Aside

Image may contain: one or more people, people standing, crowd and outdoor

Continue reading

Ajjeechaa Baha Oromiyaa Calanqootti Lammii Irra Gahe Mormuuf Jecha FXG Naqamtee barattoota High School Naqamtee

Aside

Image may contain: one or more people, crowd and outdoor

Continue reading

Yunivarsiitii Baahir Daar yeroo ammaa. Mooraan Yuunivarsitii Bahr Dar guyyaa har’aa kaampii waraanaa fakkaate.

Aside

Image may contain: one or more people, people standing and outdoor

Continue reading

SBO Muddee 15, 2017. Oduu, Barruu Haala Yeroo Irratti fuulleeffatu fi Gaaffii fi deebii HD ABO Jaal Daawud Ibsaa Waliin taasifne kutaa Xumuraa.

Aside

ONN:Ajjechaa Calii Calanqqo Laalchisee Ibsa Qeerro Bilisummaa Oromo Muddee 15/2017

Aside

SQ- SAGALEE QEERROO BILISUMMAA OROMO, MUDDEE 14, 2017

Aside

SBO Muddee 13,2017. Oduu, Dhumaatii Ilmaan Oromoo Irratti Mootummaan Wayyaanee raawwate ilaalchisee Ibsa ABO, Gootota Galanni isaanii Bilisummaan Malee hin deebine mata duree jedhu jalatti Qophii Qindaahe fi Gaaffii fi Deebii HD ABO Jaal Daawud Ibsaa Kutaa 8ffaa.

Aside

ONN:Gaaffi fi Debi’ii Bal’aa Misenssa Gumii Saba ABO Haajii Haajii Waliin Goonee Kutaa Xumuraa Muddee 13/2017

Aside

Continue reading

Barattooti Oromoo Yuniversitii Jimmaa Guyyaa Har’aa Diddaa Sirna Wayyaaneef Jecha Guutummaatti Nyaata Lagatanii Olaniiru.

Aside

Image may contain: people sitting

Magaalaa Asgorii Keessatti Guyyaan Wareegamtootaa Oromoo Kabajamuu Qeerroon Gabaase.

Aside

[SQ, Mudde 13,2017] ” guyyaa kalleessa magaala Aasgoori keessati yaadannoo wareegamtoota keenya bara darbee kan waggaa lammaan isaani bifa ho’a taheefi hawwaasa magaala asgoori akkasummaas Qeerroo magaala Gincii hammaten yaadatamera.”

Image may contain: one or more people and outdoor

Continue reading