ONN: QOPHII ADDAA HR 128 Marii dhimma murtii darbuu Iggita dhiittaa mirga dhala namaa mootummaa Itoophiyaa irratti seera tumtoonni Ameeriikaa dabarsan ilaalchisee godhame. Pause -53:57 Additional Visual Settings Enter Watch And ScrollClick to enlarge Unmute

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 10, 2018

Aside


Breaking News: US Congress Passed HR 128

Aside

SBO Ebla 11, 2018. Oduu, Gatiin Dhiiga Gootota keenyaa haga Bilisummaan Deebi’utti warraaqsa Biyoolessaa FXG f iniinsuun dirqama Oromummaa hunda keenya irra jiruudha qophii jedhu, Haala Yeroo Godina Addaa Oromiyaa Walloo naannawaa Jiillee irratti gaaffii fi deebii gabaabaa Obbo Abdii Shanan Jiillee waliin taasifnee fi SBO sagantaa Afaan Amaaraa.

Aside

ONN:የውይይት መድረክ/ በወቅታዊ ሁኔታ ላይ የተደረገ ውይይት

Aside

Waamicha kabaja Guyyaa Gootota Oromoo magaalaa Meelboorni, Viktooriyaa kan bara 2018.

Aside

ONN-TV Sagantaa Marii Siyaasaa

Aside

ONN: Marii Addaa Ob. Ahmed Sayyoo, Dr Beenyaa Dhugaasaa fi Ob. Ibraahim Jermanee waliin goone kessatti Dr Abiy Ahmed Caasaa TPLF diiguu baannaan haaluma Haylamaram Dassaalanyi mudateetuu isaas mudatuuf jiraata. Ebla 8/2018

Continue reading

ONN: QOPHII ADDAA: Kora ABO Kutaa Kaanaadaa Kan Bara 2018 Bitooteessaa 30 –Ebla 1/2018 Kutaa 1ffaa

Aside

SBO Ebla 8, 2018. Oduu, Dhaamsa Qeerroon Bilisummaa Tibbana Ummata Oromoof dabarse irratti gabaasaa qindaahee fi Qophii addaa Sochii WBO irratti fuulleffatu.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Ebla 6,2018

Aside