Gaddaaf gadadoon uummata keenya Oromoo irraa hanga kaafamutti FXG guutuu Oromiyaa makate hindhaabbatu!

Aside

 

Gaddaaf gadadoon uummata keenya Oromoo irraa hanga kaafamutti FXG guutuu Oromiyaa makate hindhaabbatu!

Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo

Adoolessa 16,2018

Finfinnee Oromiyaa

Uummata Oromoo waanjoo garbummaa jalaa baasuuf rakkoo gita bittaa habashaan irra gahu jalaa baasuuf qabsoo hadhooftuu gochaa turre ittis jirra.  Qabsoon Qeerroo nagaa gaanfa Afrikaaf abdachiisaa ta’us mootummaan nagaa uummata keenya eeguuf rakkoo saba keenya furee uummata Oromoo irraa dararama kaasuu irratti qabsoorra jira. Har’a araddaa Oromoo wayiita abiddaan gubamee, qabeenyaaf manni uummaata Oromoo gubataa jirutti, rakkoo keenya nuu furuuf tattaafatuurra gaachana uummataa kan ta’e Qeerroo adamsuuf Waraana Bilisummaa Oromoo WBO sakatta’uu kan jedhuun ittuu nageenya uummata Oromoo hammeessaa kan jiru Mootummaan EPRDF rakkoo karaa nagaa furamuuf haasa’ames goolii ofumaa uumuun dhabama gochuurratti karoora ABO balleessuu irratti bobbaa bal’aa taasisuutti fuulleffannoon hojjetaa jira. Uummata nagaa uummata Oromoo manaaf qabeenyasaarraa buqqaasuun hanqatee manaaf qabeenyasaa waliin gubuu irratti mootummaan EPRDF kan fuulleffate, nagaa uummataa eeguurra nagaa caasaa isaa eeguuf karaa dabaa socho’uun mootummaa kan nama gaddisiisu ta’uu Qeerroon hubachiisa. Continue reading

Konyaa ABO Minneapolis Minnesota Irbaata WBO Adoolessa 7/14/2018.

Aside

Continue reading

Artist Gooti Oromoo Hacaaluu Hundasaa Akkas Jedhe!!

Aside

Continue reading

SBO: Adoolessa 15 bara 2018. Oduu, Ijoo Dubbii ABO Haala Yeroo Ammaa Irratti Fuuleffate, Ajjeechaa Obboo Geetaachoo Addisuu Irratti Raawwatame Ilaalchisee Ibsa ABO irraa Kennamee fi Gaaffii fi Deebii Bu’ureessitoota ABO Waliin Taasifame Kutaa -3ffaa.

Aside

Aside

SQ-SAGALEE QEERROO:ADOOLESSA 12 2018

Aside

SBO: Adoolessa 13, 2018. Oduu, Marii Jalqabame Milkeessuuf Labsa dhukaasa Dhaabuu ABO, Ibsa ABO Ajjeechaa Obbo G eetachoo Addisuu Irratti Raawwatame Ilaallatuu fi Marii Bu’uressitoota ABO Waliin tasifame kutaa 3ffaa.

Aside

SQ-Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Qophii Adoolessa 10,2018

Aside

Hararge Baabbiille Boorana fi Dambi Doolloo akkasumas bakkoota hedduutti yeroo ammaa Oromoo ajjeefamaa jiru akka dhaabbatu jechuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo magaalaa Shaambuu FXG itti fufee jira!

Aside

Continue reading

Godina Harargee fi Bakkoota adda addaa keessatti dhumaatiin ummata Oromoo itti fufee jira.

Aside

Image may contain: 1 personHararge Lixaa aanaa Mi’eessootti Liyyuu Hyilii Sumaaleen uummataarraan miidhaa geessiste. Haaluma kanaan ilmaan Oromoo lama madaa’aanii Hospitaala Cirootti yaalamaa jiru